Surafel

Surafel ⁶ Egaa kottaa in dammaqnaa, of in qabnas malee, akka warra kaanii rafuu in dhiifnaa!
1Tasa : 5

28/09/2024

Abaan nama maraa

Tap tap send jedhaam app kanan malqaa keessan akkaa black market  mana kessaan tessaan galifachuu dandesuu
25/09/2024

Tap tap send jedhaam app kanan malqaa keessan akkaa black market mana kessaan tessaan galifachuu dandesuu

Send money from the UK, EU, US, Canada and UAE to Africa, Asia, the Caribbean and Latin America at a great rate.

24/09/2024
“Nuyis jaalala Waaqayyo nuuf qabu hubanneerra amanneerras. Waaqayyo jaalala; namni jaalalatti qabamee jiraatus Waaqayyo ...
14/03/2024

“Nuyis jaalala Waaqayyo nuuf qabu hubanneerra amanneerras. Waaqayyo jaalala; namni jaalalatti qabamee jiraatus Waaqayyo keessa in jiraata, Waaqayyos isa, keessa in jiraata.”
— 1Yoh. 4:16

Fuulduratti addemun Humnaa galmaa keeti akkaa ta’ee yoo bekkite  hamilee hin  dhabduu,Abdiin humna  cimaadha kanaf wan a...
04/03/2024

Fuulduratti addemun Humnaa galmaa keeti akkaa ta’ee yoo bekkite hamilee hin dhabduu,
Abdiin humna cimaadha kanaf wan abdattu beektee akka ifaati keessa keeti yeroo qabattu fuulduratti addemun abdiin kee akkaa raawwartaman gochuu dandeesaa

Fardaa Kenya irraa erga buute Kophee kenyaas Lafaa ka’uu qabdaa nefxanyoota hundaa shee miilaa duwwaa akkaa galituu goot...
27/01/2024

Fardaa Kenya irraa erga buute
Kophee kenyaas Lafaa ka’uu qabdaa
nefxanyoota hundaa shee miilaa duwwaa akkaa galituu gootichi bilisummaa oromoo wbo injifannoo guddaa gochaa jirtaa
Wbo king

Vision is the act of power of imagination Mul’anni kaayyoo keenya dhugoomuusuf jireenya keenya irratti kallattii sirrii ...
22/01/2024

Vision is the act of power of imagination
Mul’anni kaayyoo keenya dhugoomuusuf jireenya keenya irratti kallattii sirrii kan kennudha
Mul’anni humna milka’uuti

Waaqayyo yeroo hundumaa sirrii waan ta’eef inni guddaan annii kan Waaqayyoo ta'uudha.
20/01/2024

Waaqayyo yeroo hundumaa sirrii waan ta’eef inni guddaan annii kan Waaqayyoo ta'uudha.

Address

Yt
Tulu Bolo
TVT

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Surafel posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category