Waan garii Page

Waan garii Page Page

Carraan gaariin naannoo kee jira, harka kee diriirsuu hin sodaatin!  💕🌹🙏 Like 🌺 nuuf gootaniif galatoomaa
20/03/2024

Carraan gaariin naannoo kee jira, harka kee diriirsuu hin sodaatin! 💕🌹🙏
Like 🌺 nuuf gootaniif galatoomaa

Ɓìÿýì Åmèëŕìķàå Ĵì'å Ŕàmådååñåå Såbåbèëffåçĥùùñ Ìtìÿòópĥìÿàå Ìŕŕåå Ñåmà Ķùmà 75 Çàŕŕåå Ĵòĵììtìîf Qàçåŕùú Åķķà Ɓàŕɓååddù ...
17/03/2024

Ɓìÿýì Åmèëŕìķàå Ĵì'å Ŕàmådååñåå Såbåbèëffåçĥùùñ Ìtìÿòópĥìÿàå Ìŕŕåå Ñåmà Ķùmà 75 Çàŕŕåå Ĵòĵììtìîf Qàçåŕùú Åķķà Ɓàŕɓååddù Ĥàŕ'å Ɓèëķsìftèë Ĵìŕtì. Ñåmòòññì Çäŕŕåå Ķàñà Ðòŕĝòmùú Ɓäŕɓååddåñ Åmmùmà Àppĺíçàtìòñ Ĝåĺmèêñ Ķèéssàttì Ŕàwwåtåmù Åsìì Ĝàdìí ÌÑSTÀĹĹ Ĝòdĥåçĥùúñ Ùĺååĝàà Ĝùútâã Ĝàĺmà'åà. ⤵️
👉 https://bit.ly/3I7yAnj
👉 https://bit.ly/3I7yAnj

💚💚💚💚💚💚💚💚Today Best Photos🎁
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️❤️
❤💚❤❤💚❤💚❤💚❤
🕌🕌🕋🕋🕌🕌🕋🕋🕌










Actres # jamilanagudu with and also known as in movie📽📺👈

Ustaaz Raayyaa’n Sirna 🦁yaa ilma namaa Tarii na Dhageessaa fakkeenya xiqqaa tokkon siif dhiheessa! Zamana dhiheanyaa wan...
15/03/2024

Ustaaz Raayyaa’n Sirna 🦁
yaa ilma namaa Tarii na Dhageessaa fakkeenya xiqqaa tokkon siif dhiheessa! Zamana dhiheanyaa wanni taane, naamusni namummaa nu keessaa godaane akka waan dagannee kaayyoo biyyaa baaneef,akka waan booru ilmoof haadhaf abbaan taane, Seenaa Nun fakkaanne dhalootatti laannee,Osoo guyyaan dhufnaan Asirraan godaanne, of haa gaaaffannu osoo gaafiin Nuuf hin dhihaanne, maalif Akka Uumamnee Duniyaarra jiraanne Boru Gaafatamuun keenya wantan Oolle…..!
Walaloo Nashiidaa Ustaaza keenya kan akkaan jaallannuu fi kabajnuu ustaaz Raayyaa Abbaamacca 37ffaa akka dammaa mi’aa’u kana Link Comment jala jira! 💖

Waa'ee seenaa fi qaroomina durii yommuu dubbannu seenaan boonuun gara finxaaleyyii nu geessuu hin qabu, Ethiopian dulloo...
15/03/2024

Waa'ee seenaa fi qaroomina durii yommuu dubbannu seenaan boonuun gara finxaaleyyii nu geessuu hin qabu, Ethiopian dulloomtee, ykn finfinneen, ykn somliyaan, ykn Dejbut, ykn magaalonni akka Dire dwa, Danbidoloo, ganbeela, . kamise, ykn jimmaa...

Dhumarratti kun seenaa dha, seenaanis sirrii miti.Ethiopiyan dulloomteetti kan yaada kennan jiru, oromiyyaan dulloomte, ykn hararaa dulloomte, ykn jimman dulloomte jedhanii yaada dhiyeessan jiru.

Asirratti maaltu nu yaaddessa... Qaroominni durii kun biyyoota kanneen keessatti yeroo ammaaf maal uume?

Haalli siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa biyyoota kanaa maali?

Biyyoota saayinsii, teeknikaan, teeknooloojii fi dinagdeen guddatan keessaa biyyoonni oromo hundi isaanii seenaa durii qabu) eessa jiru?

Kanaafuu.......lakki finxaaleyyii?

Nuti...addunyaa har'aa keessatti

Kan darbe barumsa fi seenaa dha

Suuraan kun finfinneedha?????.

Carraa waggaa 44 🍀 Imala fi imala keessaniif qarshii yoomiyyuu hin dhabdu 🙏✈️✈️
13/03/2024

Carraa waggaa 44 🍀 Imala fi imala keessaniif qarshii yoomiyyuu hin dhabdu 🙏✈️✈️

Namni kaleessa deessuu harma muree haadha ulfaa isheefi mucaa gadameessa keessa jiru ergaan takkaa galafataa ture warri ...
13/03/2024

Namni kaleessa deessuu harma muree haadha ulfaa isheefi mucaa gadameessa keessa jiru ergaan takkaa galafataa ture warri har'aa seenaa abboota keenyaa deebifna olaantummaa keenya mul'ifanna yeroo jedhan namni hedduun calisee oromoo ta'uu qofaaf imala irra osoo jirtuu konkolaataa keessaa buufamtee akka hoolaa Arafaa gammachuudhaan halaal godhamtu calisuun, mana tokko keessatti haawwan bara 75 daa'imni bara sadii maatii guutuu keessatti boobiin darbatamee duguggaa sanyiin gaggeefamuun nama laalessa. Laalaan laalaa olii immoo Jilleefi Arxummaa Furseedhaan lolli yoo gaggeeffamu inni kaan immoo calisuun calisuun osoo na'ajaa'ibuu miidiyaa AMICO Hibir jedhurraa walirraa horree seenaa bara dheeraa waliin qabna warra jedhantu arsee nabelbelcha. Eenyutu walirraa horaa isin jedheeraa? Seenaamoo godaannisa bara dheeraa walirraa qabnaa? Wasan qurquri maatiin tokko manatti dhumuu jechuun boor akka tokko tokkoo mana keenyaa hin geenye wabiin keenya maalii? Jillee dhumnaan nubiras niga'a. Waanti beekuu qabdan jarri kun leenji'ee mana mana ofiitti deebi'aa kan jiran maal gochuufi? Wal maddii dhaabbachuun of baraaruun fala filannoo hin qabnedha mililka bineessaa....

🐷🌿Suuraa Har'aa Irra Caalu🖤 ❤️ ❤️Mucaa Dargaggeessa Ajaa'ibaa Inni Danda'u Kutaalee maashinii adda addaa gara xiyyaara j...
12/03/2024

🐷🌿Suuraa Har'aa Irra Caalu🖤 ❤️
❤️Mucaa Dargaggeessa Ajaa'ibaa Inni Danda'u Kutaalee maashinii adda addaa gara xiyyaara jaalalaa ganda isaa keessa jirutti Processing ❤️🥰😘
Waaqayyo Isa Haa Eebbisu 🙏
☪️ Ameen🍀🙏

08/03/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Falmata Ollii, Jajjabee Oromo Gaaraa, Wana Major, Tahir Bayu, Abdii Borii, Yasiin Manzaa, Bayyana Qabato Ganamoo, Aliyi Dawud, Yusufa Yasin, Mosisa Tolasa Dhunfa, Getu Haji, Adem Adem, Nuradin Amano, Dirreen Kaakuu Jiraa, Aliyi Kedir, Jafer Mucaa Begii, Ramadaan Jimaa Ramadaan, Gaali Aba Bulgu, Abdulhakem Kaasee, Sufiyaan Waaree, Adiisuu Seefuu, Dabalaa Siyyum, Nasrudin Hassan, Sulxaan Mahammad, Roobaa Nuuraddin, Mubarak Aliyyi, Xaahir Woshee, Ahmed Bale, Kalido Faris, Mubarak Rashaad, Abdul Waahiid Hasan, Awwael Bashir, Abu Negashe, Jifar Faji, Riduwaan Abdoo Waaq Jiraa, Suleyiman Bashir, Dhugoomsaa Adam, Juydi Adam, Awwal Raayyaa, Abdulkarim Shaashee

Guyyaa guyyaan [sin jaalladha] caalaatti., Guyyaa guyyaan jaalalli ni dabalaa deema Guyyaa hundumaas onneen koo hawwiidh...
08/03/2024

Guyyaa guyyaan [sin jaalladha] caalaatti.,
Guyyaa guyyaan jaalalli ni dabalaa deema
Guyyaa hundumaas onneen koo hawwiidhaan guutama

Sin jaalladha.

Uumamni kun maal haa ta'u malee bemba 🤓🤣 foormulaa ilkaan fye mu bemba uyu ta'uu beeka Ncwala Zaambiyaa rajii
07/03/2024

Uumamni kun maal haa ta'u malee bemba 🤓🤣 foormulaa ilkaan fye mu bemba uyu ta'uu beeka
Ncwala Zaambiyaa rajii

Address

Ityophiyaa
Aden
0967

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waan garii Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category