Gada show oromo graphication

  • Home
  • Gada show oromo graphication

Gada show oromo graphication chala

06/01/2026

Itoophiyaa Badhaate
Kaayyoon waloo Badhaadhinaa Itoophiyaa badhaate dhugoomsuudha.

Badhaadhinni dhugoomsinu tokko Badhaadhina siyaasaati. Badhaadhina siyaasaa dhugoomsina yommuu jennu dhaabbilee gabbina aadaa dimokraasitiif barbaachisoo ta’an ijaaruudhaan biyya federaalawaa fi demokraatooftuu tokkummaan sab-daneessummaa, bilisummaa fi wal-qixxummaan lammiilee ishii itti mirkanaa’e bu’uura cimaa irratti ijaaruudhaan dhugooma. Inni lammafaa badhaadhinaa dinagdeeti. Badhaadhina dinagdee fedhii bu’uuraa ummattootaa karaa bu’aa qabeessaa fi fulla’insa qabuun mirkaneessuuf bu’uura ilaalama dinagdee damdaneessaatiin guddina dinagdee si’ataa, hunda galeessa fi dorgomtummaan idil-addunyaa isaa mirkanaa’e ijaaruun hiyyummaa fi boodeetti hafummaa dhabamsisuun dhugoomsina. Sadaffaan badhaadhina hawaasumaati. Badhaadhina Hawaasummaa mirkaneessuuf, Aaadaa, Sonawwanii fi Duudhaalee gaggaarii akka biyyaatti qabnu gabbisuun, dhaloota namuusa qabu ijaaruu, lammiilee fayya-qabeessa qaamaa sammuun gahoomee uumuu, hawaasa rakkoo hawaasummaa hamaa fi walxaxaa ta’e irraa eegame ijaaruu fi ummattoota gidduutti hariiroo hawaasummaa eyyentaawaa uumuun dhugoomsina.
Badhaadhina!

06/01/2026
18 የአመራር ብቃቶች ወደ ሙሉ አቅምዎ እንዲደርሱ ይረዱዎታልበስራ ቦታ የአንድ ጥሩ መሪ 18 አስፈላጊ ባህሪያትን እንከፋፍል።1. መንዳትታላላቅ መሪዎች ተግባቢ አይደሉም ። እነሱ ከፍተኛ ተነ...
06/01/2026

18 የአመራር ብቃቶች ወደ ሙሉ አቅምዎ እንዲደርሱ ይረዱዎታል

በስራ ቦታ የአንድ ጥሩ መሪ 18 አስፈላጊ ባህሪያትን እንከፋፍል።

1. መንዳት
ታላላቅ መሪዎች ተግባቢ አይደሉም ። እነሱ ከፍተኛ ተነሳሽነት ያላቸው ናቸው ። እና በእውነቱ በድርጅቱ ራዕይ ያምናሉ ።

ይህ ስሜት ተላላፊ ነው። የሚመራ መሪ ያላቸው ሰራተኞች እራሳቸውን የበለጠ ለመስራት ይነሳሳሉ።

2. የመቋቋም ችሎታ
ኃላፊ መሆን ቀላል አይደለም። 37% የሚሆኑ አስተዳዳሪዎች በቅርብ የስራ ቀናቸው ላይ ከፍተኛ ጭንቀት እንደተሰማቸው ይናገራሉ ። ነገር ግን መሪ ስትሆን የማያቋርጡ ተግዳሮቶች ተስፋ እንዲቆርጡህ መፍቀድ አትችልም - መላመድ እና መቻል ቁልፍ ናቸው ።

አንዳንድ ጊዜ ብስጭት ቢሰማህ ምንም ችግር የለውም ። ነገር ግን ጥሩ መሪዎች በአእምሮ ብቃታቸው ላይ ያለማቋረጥ ይሰራሉ ​​እና ችግር ቢያጋጥማቸውም ወደፊት ይገፋሉ ። እንዲያውም፣ ብዙ ጊዜ በፈጠራ ችግሮች መፍታት እንቅፋቶችን በማሸነፍ ይደሰታሉ ።

3. ታማኝነት
መሪዎች በእውነተኛነት፣ በታማኝነት እና በአስተማማኝነት እንዲሰሩ አስፈላጊ ነው ።
ሰራተኞች አንድ መሪ ​​በሥነ ምግባር ላይ እንደሚሠራ ማወቅ አለባቸው ።አንድ ነገር እንደማይናገሩ እና ሌላም እንዳይሰሩ ነው። ወይም ስህተት ከሰሩ ቡድኑን ከመውቀስ ይልቅ ሀላፊነቱን እንደሚወስዱ ። ታማኝነት ማለት ሰራተኞችን በፍትሃዊነት መያዝ እና የተቋሙን እሴቶች ማስጠበቅ ማለት ነው ።ይህ በሌሎች የቡድን አባላት ላይ እምነት እንዲጥል ብቻ ሳይሆን በታማኝነት እንዲሰሩም ያበረታታል። “የአመራር ከፍተኛ ጥራት ያለ ጥርጥር ታማኝነት ነው ። ያለ እሱ በሴክሽን ቡድን ፣ በእግር ኳስ ሜዳ፣ በጦር ሠራዊትም ሆነ በቢሮ ውስጥ እውነተኛ ስኬት ማግኘት አይቻልም።

4. የመማር ፍላጎት
ወደ አመራርነት ካደጉ፣ ምናልባት ብዙ ያውቁ ይሆናል። ችሎታዎን አዳብረዋል እና በመስክዎ ልምድ አግኝተዋል። ግን ሁል ጊዜ ብዙ የሚማሩት ነገር አለ። ታላላቅ መሪዎች የእድገት አስተሳሰብ አላቸው ።ለእውቀት እና ለግል እድገት የማያቋርጥ ፍለጋ ላይ ናቸው ።

5. ራስን ማወቅ
ራስን ማወቅ ከመማር ፍላጎት ጋር አብሮ ይሄዳል ። በዚህ ሁኔታ፣ ስለራስዎ እና የተሻለ ምን ማድረግ እንደሚችሉ ለማወቅ ፍላጎት ነው ። በጣም አስፈላጊ ከሆኑት የአመራር ባህሪያት አንዱ ትህትና ነው ። ጥሩ መሪዎች ጠንካራ ጎናቸውን ተረድተው ድክመቶቻቸውን ለማሻሻል ይሠራሉ ። ራስን ማወቅ አንድ መሪ ​​ከስብዕናቸው ጋር የሚስማማ የአመራር ዘይቤ እንዲያዳብር ይረዳል።
መሪዎች ራስን ማወቅን የሚያዳብሩበት ጥሩ መንገድ ከሰራተኞች ወይም ከእኩዮች አስተያየት መጠየቅ ነው ። በትችት አትሰደቡ - ይህ በቀላሉ የተሻለ መሪ ለመሆን የሚረዳዎት መረጃ ነው።

6. በራስ መተማመን
መሪዎች ትልቅ ውሳኔዎችን ማድረግ አለባቸው ። እነዚህ ውሳኔዎች ብዙ ጊዜ ትልቅ አደጋዎች ጋር ይመጣሉ ። መሪ መሆን ሊያስፈራዎት ይችላል ምክንያቱም አደጋውን የሚወስዱት እርስዎ ሲሆኑ፣ ነገሮች ከተሳሳቱ እርስዎም ተጠያቂ ይሆናሉ።
መሪ ለመሆን ከፍተኛ ችግር በሚፈጠርበት ጊዜ ቆራጥ እርምጃ ለመውሰድ በራስ መተማመን ሊኖርህ ይገባል ። በባህሪዎ ላይ ጭንቀትን ከማሳየት ይልቅ መረጋጋት፣ መሰብሰብ እና ቆራጥ መሆን አለቦት ።
ከዚህም በላይ በመሪው ውሳኔ የማይስማሙ ሰዎች ሁልጊዜም አሉ ። ሌሎች አመለካከቶችን ማዳመጥ አስፈላጊ ቢሆንም መሪው ትችት ወይም ግጭት ሲገጥመው ወደ ኋላ መመለስ አይችልም ። ትክክለኛውን ምርጫ እያደረጉ መሆናቸውን ሲያውቁ የሚጠራጠሩባቸውን ሰዎች ለመቦርቦር እና በአዕምሮአቸው ላይ እምነት እንዲጥሉ በራስ መተማመን ሊኖራቸው ይገባል ።

Gurmuu Dargaggootaa Cimaa;Imala Ol ka'iinsa Badhaadhina Biyyaaf‼-----------------Imala badhaadhinaa fi ijaarsa biyyaa dh...
06/01/2026

Gurmuu Dargaggootaa Cimaa;
Imala Ol ka'iinsa Badhaadhina Biyyaaf‼
-----------------
Imala badhaadhinaa fi ijaarsa biyyaa dhugoomsuu keessatti gaheen Gurmuu Dargaggoota murteessaa fi ol'aanaadha.Bu'uuruma Kanaan Gurmuun Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Bahaa Gamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 2ffaa Gaggeessee jira.Gamaaggamicha irratti Argamuun Haasaa Baniinsaa kan taasisan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Harargee Bahaa Obbo Habtamu Tesfaye Haasaa taasisaniin, Gurmuun Dargaggoota sochiilee misoomaa keessatti hirmaataa fi fayyadamaa akka ta'aniif sochii taasifamaa jiruun gamatti,Nageenya waareessuufi misooma arifachiisuun mul'ata ijaarsa biyya waloo mirkaneessuu keessatti gumaacha akka taasisaniif xiyyeeffannaa guddaadhaan akka hojjatamuu,marii kanarratti dubbattaniiru.

Akkasumaas Olaantummaan Yaadama Paartii Bu'uura Cimaa Irratti Ijaaramuu kan Danda'u Dargaggootaafii Dhaloota Dhalachuu Paartichaaf Wareegama kafalan Kana Biratti lafa qabsiisuun yoo danda'amedha waan qixa Kanaan Dargaggoonni Gahee keessan hubattanii hojjechuu qabdu jedhaniiru.Gamaaggama Kanaan Gabaasni Raawwii Hojii Aanaaleefii Magaalotaa Erga dhihaatee booda Ciminaafii hanqina jiran irratti mariyatameera.

Erga Gabaasichi Ilaalame Booda Xiinxalaafii Duubdeebiin Hojii Gurmuu Dargaggootaafii Jaarmiyaalee Itti Gaafatamaa Gurmuu Dargaggoota Godinaa Dargaggoo Abdulmalik Mustefa Musa dhihaatee Gad fageenyaan Aanaaleefii Magaalonni Akka of ilaalan taasifameera.Aanaaleefii Magaaloonni Erga Duubdeebii dhihaate irratti yaada kennanii booda Hoggantoota Jaarmiyaalee Dargaggootaa Godinichaatiin cimsuu akka qaban dhaamaniiru.Dhumarratti Itti Gaafatamtuun Damee Ijaarsa Waajjira Paartii Badhaadhina Godina Harargee Bahaa Aadde Aziizaa Dawid argamuudhaan Kallattiiwwan Hojii ijaarsaafii Siyaasaa,Hojimaataafii Qajeelfama paartii akkasumas Gurmaa'iinsa Gurmuufii Jaarmiyaalee Dargaggootaa Cimsuu irratti kallattii Hojii itti Aanu kennuudhaan Gamaaggamichi milkiin Goolabameera.

"Hirmaan

Footing colmen over lap
06/01/2026

Footing colmen over lap

06/01/2026
Abbummaa Mirkaneessuu fi Haaluu; Abbaan Daa’imaa Eenyu Akka Akkamitti Mirkanaa’a? Daa’ima kan Ofii Hintaane Hoo Akkamitt...
06/01/2026

Abbummaa Mirkaneessuu fi Haaluu; Abbaan Daa’imaa Eenyu Akka Akkamitti Mirkanaa’a? Daa’ima kan Ofii Hintaane Hoo Akkamitti Abbummaan Haalama?
========================================================
Seera Maatii Federaalaa (SMF) kwt, 125-142, 167-178; Seera Maatii Oromiyaa (SMO) kwt, 142-162, 184-196 fi; Murtii Dhaddacha Ijbt glme Lkk, 42682 ta’erratti gaafa 10/02/2002 (Jld 10) kenname, glme Lkk 40624 ta’erratti gaafa 12/02/2002 (Jld 10) kenname, glme Lkk 62041 ta’erratti gaafa 11/06/2003 (Jld 11) kenname, glme Lkk 234422 ta’erratti gaafa 30/08/2015 kennamee fi glm Lkk 238021 ta’erratti gaafa 25/11/2015 kenname (Jld 27), glm Lkk 99954 ta’erratti murtii gaafa 05/10/2007 (Jld 18) irratti kenname, glme Lkk 148570 ta’erratti gaafa 28/09/2010 (Jld 23) kenname fi, waliin kan xiinxalame.
============================
Walitti dhufeenya dhiiraa fi dubara giddutti uumamuu keessaa tokko Hariiroo maatii ykn bultii go godhachuu yoo ta’u sana keessattis daa’ima godhachuun bu’aa isa tokkoodha. Ta’us. Hariiroo maatii ykn bultii godhachuun alattis walqunnamtii dhiiraa fi dubara giddutti uumamuun ykn saalqunnamtii raawwatamuun daa’imni dhalachuun baratamaadha.
Haaluma kanaan maatii keessattis ta’ee Hariiroo maatiin alaa raawwatamu keessatti daa’imni dhalate Ilma namaa waan ta’eef mirgoota heeraan eegameef keessaa mirgi abbaa fi haadha ofii beekuu fi kunuunsaa fi guddisa irraa argachuu isa ijoodha.
Haati daa’imaa eenyu kan jedhu seera uumaatiin haati takkuma qofa waan taateef ijoo firii dubbii beekamaa falmii hinkaasnedha. Abbaa ilaalchisee garuu abbaan daa’ima dhalate tokkoo eenyu akka ta’e waaqa malee haadha deesse dabalatee namni 100% beeku hinjiru, jiraachuus hindanda’u waan ta’eef qabxiin abbummaa qabxii ijoo firii dubbii otuu hintaane qabxii ijoo seeraatidha.
Sababa kanaan yeroo abbaan daa’imaa eenyu akka ta’e falmiin ka’etti seerri karaalee abbaan daa’imaa ittiin beekamu gurguddoo sadii diriirsee jira (SMF kwt 125-143); SMO kwt, 142-162). Akkasumas daa’ima dhalateef abbaa dha na

02/01/2026

Jireenya ammayyummaa cehumsa teekinoloojii dijitaalaan

Dijiitalizeshiniin jijjiirama teeknooloojii odeeffannoo fi qunnamtii guutuu ta'e fayyadamuun kan raawwatamu yoo ta'u, kunis guddina dinagdee fi hawaasummaa biyya tokkoo keessatti gahee olaanaa qaba. Dijiitalizeshiniin karaa salphaa fi saffisaa ta'een odeeffannoo argachuu, tajaajiloota argachuu, humna namaa bal'aa utuu hinbarbaadin dhimma raawwatachuu akkasumas daldala babal'isuu keessatti haala mijataa uumuuf gargaara. Biyya keenya keessatti, dijiitalizeshiniin guddina dameelee akka qonnaa,tajaajilaa, barnootaa, fayyaa fi kanneen biroo keessatti gahee murteessaa akka qabu amanamee tarsiimoo misooma dijiitaalaa qopheessuudhaan hojiin guddaan gama kanaan hojjetamaa jira.

Tarsiimoon kun dameelee Tekinoloojii fi odeeffannoo babal'isuu, bu'uraalee misoomaa dijiitaalaa cimsuu, akkasumas dandeettii humna namaa dijiitaalaa guddisuu irratti xiyyeeffachuun hojjetamaa jira.Tarsiimoo kanaanis bu'aawwan gurguddaan argamaa jiru. Keessattuu tajaajiloota mootummaa gara dijiitaalaatti jijjiiruudhaan rakkoo kenna tajaajilaa siivil sarvisii furuuf tajaajilamtoonni tajaajila mootummaa mana isaaniitti yookin bakka jiran irraa bilbila harkaa fi kompuuteera isaaniitin akka argatan taasisuuf hojjetamaa jira. Kana cinattis qaamaan tajaajilamuuf kan dhufu sagantaa Wiirtuu Tajaajila Iddoo tokkootiin kennamuun tajaajilamtootni tajaajila hunda bakka tokkotti argachuu karaa dandaa'aniin hojiin eegalame jajjabeessaadha. Dabalataanis ce'umsa dijiitaalaa biyyattiin taasisaa jirtuun tajaajilli fi oomishni saffisaa fi qulqullinaan akka dhiyaatu gochuun olitti birmadummaan ragaa fi odeeffannoo(data sovereignty) biyyaa akka tikfamu taasisaa jira.

Biyya dijitaalooftee fi ammayyoofte dhaloota dhaalchifna

02/01/2026
‎Haalli qilleensaa gogaa, aduu qabu naannolee biyyattii hedduutti mul'ata- Inistitiyuuticha‎‎AMN PLUS- Mudde 24/2018‎‎Gu...
02/01/2026

‎Haalli qilleensaa gogaa, aduu qabu naannolee biyyattii hedduutti mul'ata- Inistitiyuuticha

‎AMN PLUS- Mudde 24/2018

‎Guyyoota kurnan itti aananitti haalli qilleensaa gogaa, aduu fi qilleensa qabu naannolee biyyattii hedduu keessatti mul'achuu akka itti fufu Inistitiyuutiin Meetiriyooloojii Itoophiyaa beeksise.

‎Naannolee Kaaba Bahaa, Baha, Giddugaleessaa fi Kibbatti qorri galgalaa fi ganamaa digirii seelshiyeesii shanii gadi akka ta’u odeeffannoon raaga haala qilleensaa mul'isuu Inistitiyuutichi ibseera.

‎"Dhiibbaa qilleensaa Saayibeeriyaarraa ka’uun qilleensi gogaa fi qorraan gara Itoophiyaatti qilleensa’u akka itti fufu raagni haala qilleensaa ni mul’isa" jedheera.

‎Dbalataanis, bakkeewwan tokko tokkootti qorri ganamaa fi galgalaa cimee akka itti fufu ibseera.

‎Gama biraan, taateewwan meetiriyooloojii rooba kennan irraa ka’uun Naannolee Kibba Lixaa, Lixa, Kaaba Bahaa, fi naannolee Giddugaleessa biyyattii muraasatti darbee darbee roobni xiqqaan akka jiraatu beeksiseera.

‎Mudannoowwan haala qilleensaa roobaa kutaa biyyattii Kibbaa fi Kibba Bahaa Waqtii Bonaatti yeroo 2ffaaf rooba argatan haala fooyya’aa akka qaban ibsameera.

‎Naannoleen rooba gannaan misoomanitti haalli qilleensaa gogaan kan eegamu yoo ta’u, bakkeewwan muraasatti roobni xiqqaan yeroo malee roobuu akka danda’u odeeffannon raaga haala qilleensaa akka mul’isu beeksiseera.

‎"Haalli qilleensaa gogiinsa qabu kun oomishawwan ganna oomishamanii walitti qabamaniif haala mijataa akka uumu ni eegama" jechuun Inistitiyuutichi ibseera.

‎Bakkeewwan biroon haala qilleensaa gogaa bonaa keessa akka turan raagni haala qilleensaa mul'isuu isaa Inistitiyuuticha wabeeffachuun TOI gabaaseera.

‎‎Haalli qilleensaa gogaa, aduu qabu naannolee biyyattii hedduutti mul'ata- Inistitiyuuticha

‎AMN PLUS- Mudde 24/2018

‎Guyyoota kurnan itti aananitti haalli qilleensaa gogaa, aduu fi qilleensa qabu naannolee biyyattii hedduu keessatti mul'achuu akka itti fufu Inistitiyuutiin Meetiriyooloojii I

Address


Telephone

+251914229497

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada show oromo graphication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gada show oromo graphication:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Photography Service?

Share