Hawwii Oro

Hawwii Oro اللهُ اللهُ ربي لاعشريك نهي شيء

09/08/2026

🐅💪

09/08/2026

قل رسول الله صلالله عليه وسلم

09/08/2026

Salaattanii__?

Rabbiin iimaana daqiiqaatii mitii iimaana haqiiqaa nuuf haa kennu.اللهمَّ آمين يارب العالمين
07/08/2026

Rabbiin iimaana daqiiqaatii mitii iimaana haqiiqaa nuuf haa kennu.
اللهمَّ آمين يارب العالمين

  Keyrii Guyaa Jummaa keessa Jirtuu nuhaa waffaquu Rabbin sallu Ala Rassul Allaah Sallallaahu Aleyhii wasallam 🌹 اللهم س...
07/08/2026


Keyrii Guyaa Jummaa keessa Jirtuu nuhaa waffaquu Rabbin sallu Ala Rassul Allaah Sallallaahu Aleyhii wasallam 🌹 اللهم سلت ؤسلت صلى الله عليه وسلم فدك اب ؤام يا رسال الله 🌹✍️

Galgala Jummaa jirra Alhamulillaah galannii kan rabbiiti
06/08/2026

Galgala Jummaa jirra
Alhamulillaah galannii kan rabbiiti

Seeni badhaasaa... 🥲🙆‍♂️
06/08/2026

Seeni badhaasaa...
🥲🙆‍♂️

 !Gaafa Jaartiin qabsaawaa Islaamaa beekkamaa Lammii Liibiyaa kan tahe Umar Al-Mukhtaar duutu akka malee booye. Yeroo ka...
04/08/2026

!
Gaafa Jaartiin qabsaawaa Islaamaa beekkamaa Lammii Liibiyaa kan tahe Umar Al-Mukhtaar duutu akka malee booye. Yeroo kana "yaa Sheekha! Maaltu akkanatti siboochisa?!" ja'anii gaafatan. Yeroo kana sheekhni akkana ja'een:

"Jaartiin tiyya tun yoon lolee gara Manaa galu, balbala narraa bantee, girdoo (sitaaraa) narraa ol qabdee seeni naan jatti. Yeroo hunda akkana daleeydi. Guyyaa takka maaliif akkana goota ja'ee gaafannaan, ani Daqiiqaa takkaaf akka mataa keetiin gad jattu (gad godhattu) hin barbaadu, yeroo hunda akka ol godhattee deemu barbaada" naan jatti ja'ee deebiseef. Maasha Allah!
Jaartii akkanaa barbaanna! Rabbi nuuf haa kennu!

Ee! Wallaahi Jaartii addunyaa fi aakhiratti mataa keessan ol qabdu, tan akka malee ittiin boontan Rabbi isinf haa kennu!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251946015413

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawwii Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hawwii Oro:

Shortcuts

Share

Category