Qashir Najiib

Qashir Najiib 0941390251

Enzo fernandes heddu takkaa nattiitoltee dhugaa leencaa kiyyaaboss estivao qeransaa
23/10/2025

Enzo fernandes heddu takkaa nattii
toltee dhugaa leencaa kiyyaa
boss estivao qeransaa

14/10/2025
Kunii siif malaa Marc cuccurelaadirree kessaa bakkii inii hin genyeehin jiruu wow The blues
01/10/2025

Kunii siif malaa Marc cuccurelaa
dirree kessaa bakkii inii hin genyee
hin jiruu wow The blues

26/07/2025
30/04/2025

《 Galmee Seenaa Bilaal Irraa 》
Gaaf Tokko Nabii Muhammad {ﷺ}
Bilaal ibnu rabah dugda duuba isaatiin dhufanii ija isaa qabanii sagalee jijjiiratanii "Ani Eenyu" jedhanii gaafatan

Bilaalis ati umar jedheen Miti jedhaniin

Abu Bakri jedheen Ammas na hin beekne jedhaniin

Usmaanimi jedheen Ammas Rasuulli Rabbii {ﷺ} miti jedhaniin

Bilaal Tole Alii dhaa ree jedhee nama isa ammatee ija qabe kanaan eenyummaa isaa gaafate

Achumaan Rasuulli {ﷺ} ijasaa gad dhiisanii gara fuuldura isaa dhufanii yaa "Bilaal" dhugamatti amma Ana ta'uu na hin beeknee jedhanii gaafatan !!

Bilaali immoo yaa Ergamaa Rabbi akka gaaritti isin ta'uu beeke garuu
Akka yeroo dheeraaf na ammattan waan barbaadeef malee jedhee deebiseef

Hagam takka jaalalti rasuulaa onnee
sahaabotaa akka seente kanumarraa
tilmaamuun hin ulfaatu ۔

Fufuu Show ✍️

10/04/2025

Address

Sebeta

Telephone

+251941390251

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qashir Najiib posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category