08/04/2026
Kabajamoof Jaallatamoo Uummatakoo,
yeroo dheeraaf iyyaafannoo komiin walmakeen akka na iyyaafataa turtan nan beeka. kunoo ammammoo hojii Haaraa n NOVA Entertainment waliin hojii bareedaa qabannee yeroo dhiyootti dhufaa jirra, akkamitti nu simattu laata?
Oftane F Henk Gajo Beat Wabi Tilahun