02/04/2026
Ergaa Galateefannaa !!
Bulchinsaa Aanaa Meettaa Irraa Darbe !!
__________
Koree Qindeessa, Hoggansa Aanaa ,Hoggansaa Ganda ,Caasaa Nageenyaa Aanaa sadarkaan jirtan akkasumaas, Ummata bal’aa Aanaa keenyaa hundi milkaa’ina sagantaa kabaja ayyaana Bitootessa 24 kanaaf Gahe keessan bahachaa turtan Hundii keessanuu Maqaa Kiyyaa fi Maqaa Koree Qindeessituu Aanaa Meettatiin Galatooma,Ulfaadha isiniin jechaa Irraa Debi'ee baga gammaddan baga waliin gamadne isiniin jechuu barbaada.
Bitootessa 24: Injifannoo Aarsaan arganne, aarsaan tiikfanna!
Wardii Kamaal Bulcha Aanaa Meettaa
Bitootessa 24 Bara 2018 Calanqo .