Abdiisaa Tolasaa Hordofaa

Abdiisaa Tolasaa Hordofaa Milkiin karaa warra ofii qofaa Ofbeekun beekumsa jalqaabati!

  Baga Ijaarramtan namaa sa'an horaa baay'adhaa.
15/02/2026



Baga Ijaarramtan namaa sa'an horaa baay'adhaa.

13/02/2026

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo kan warra darban yaadachuuf kabajamuudha. Kan warra jiru walitti fidu, jireenya gaarii jiraachisu, akkasumas, kan dhaloota dhufuuf qananii ta’uudha. Nutis dookimantarii Ayyaana Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, ...

08/02/2026

Kabajamtoota hordoftoota Marsariitii Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa, maxxansa keenya Amajjii 04/2018 isinii maxxansineen Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajamuu isaa isin bi...

07/02/2026

Dookimantarii keenya har’aa kanaan, miidhaa gamaafi gamanaan walirratti raawwatamaa ture gidduudhaa furuun fayyinni bal’aan taasifamuusaa kan isin biraan geenyu ta’a!

Wal argachuu dhaloota keessa gammachuun jira
31/01/2026

Wal argachuu dhaloota keessa gammachuun jira

Fayyaa ta'aa dhalootuma rakko dhaloota furu ta'aa
28/01/2026

Fayyaa ta'aa dhalootuma rakko dhaloota furu ta'aa

Sirni Araaraa fi Fayyina gosoota Oromoo ilmaan Tuulamaa (Jiillee) fi Arsii walitti bu’iinsa waliinii jidduutti gamaa gamanaa dhuman qorachuun erga hubatamee booda araarri marsaa xumuraa Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti Giddugala Bahaa Galma Malkaa Qoffee Magaalaa Maqiitti taasifameera...

18/01/2026
Baayyee nama dhukkubsaa duuti heera uuma ta'uus duuti akka malee kun nama baay'uma nu Dhukkubsee
16/01/2026

Baayyee nama dhukkubsaa duuti heera uuma ta'uus duuti akka malee kun nama baay'uma nu Dhukkubsee

15/01/2026

Address

Gebre Guracha

Telephone

+251919515813

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdiisaa Tolasaa Hordofaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category