Adiinaan Shamshadin

Adiinaan Shamshadin Facebook local service

06/05/2025

!

Inter Milan Vs Barcelona!

Taphni Chaampiyoons Liigii Awurooppaa Walakkaa Xumuraa marsaa 2ffaa Inter Miilaani fi Baarseloonaa gidduutti taphatamu tilmaama olaanaa argateera.

Taphni kunis har’a galgala sa’aa 4:00’tti taphatama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:
1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu.

ኢንተር ሚላን Vs ባርሴሎና

በአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የግማሽ ፍጻሜ የ2ኛ ዙር ጨዋታ ኢንተር ሚላን እና ባርሴሎና ከፍተኛውን ትኩረት አግኝቷል።

ይህ ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ላይ ላይ በደማቅ ሁኔታ ይካሄዳል፡፡ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችን የኦሮሚያ ባንክ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣
1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን "Join" በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

30/04/2025

!

Barcelona Vs Inter Milan!

Taphni Chaampiyoons Liigii Awurooppaa Walakkaa Xumuraa marsaa jalqabaa Baarseloonaa fi Inter Miilaan gidduutti taphatamu tilmaama olaanaa argateera.

Taphni kunis har’a galgala sa’aa 4:00’tti taphatama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:
1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu.

ባርሴሎና Vs ኢንተር ሚላን

በአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የግማሽ ፍጻሜ የመጀመሪያ ዙር ጨዋታ ባርሴሎና እና ኢንተር ሚላን ከፍተኛውን ትኩረት አግኝቷል።

ይህ ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ላይ ላይ በደማቅ ሁኔታ ይካሄዳል፡፡ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችን የኦሮሚያ ባንክ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣
1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን "Join" በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

29/04/2025

!

Arsenal Vs PSG - Paris Saint-Germain!

Taphni Chaampiyoons Liigii Awurooppaa Walakkaa Xumuraa marsaa jalqabaa Arsenal fi PSG gidduutti taphatamu tilmaama olaanaa argateera.

Taphni kunis daawwattoota 60,000’ faayamee dirree Emirates‘tti har’a galgala sa’aa 4:00’tti taphatama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:
1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu.

አርሰናል Vs ፒኤስጂ

በአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የግማሽ ፍጻሜ የመጀመሪያ ዙር ጨዋታ አርሰናል እና የፈረንሳዩን ክለብ ፒኤስጂ ከፍተኛውን ትኩረት አግኝቷል።

ይህ ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ላይ በኤምሬትስ ስታዲየም በ60,000 ደጋፊዎች ፊት በደማቅ ሁኔታ ይካሄዳል፡፡ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችን የኦሮሚያ ባንክ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣
1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን "Join" በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

29/03/2025

Eid Mubarak Baga Nagaa geessaan muslimin Marttii!!!!!

Itoophiyaan gulaalli waancaa addunyaan goolii 6 fi 1n jibuutti kan injifaatee yoo ta'uu Abbubakar Naasiriifi Barakat Das...
24/03/2025

Itoophiyaan gulaalli waancaa addunyaan goolii 6 fi 1n jibuutti kan injifaatee yoo ta'uu Abbubakar Naasiriifi Barakat Dastaa haatriiki hojjataniru.

Sooning time 'Ramaddan.
08/03/2024

Sooning time 'Ramaddan.

08/03/2024
03/03/2024

Yoo onneerraa Nabi Muhammadiin jaallatte godhi. Salawaata Buusi.

Address

Dire Dawa
09

Opening Hours

08:00 - 17:00

Telephone

+251949666465

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adiinaan Shamshadin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Adiinaan Shamshadin:

Share

Category