Begna Pictures

Begna Pictures Waan hin beekne akka hin beekne beeknaan
Waanan beeku akkan beeku beeka...
Gaarummaadhaan mo'achuu;

06/04/2024



Half life of pharmacy students
16/03/2024

Half life of pharmacy students

07/03/2024
Hojiitti jirra  0929121147
28/02/2024

Hojiitti jirra

0929121147

Begna 📸 Yeroo hundumaa hojii bareedaa hojjechuuf sin waliin jirra0929121147
13/02/2024

Begna 📸
Yeroo hundumaa hojii bareedaa hojjechuuf sin waliin jirra

0929121147

Wanci Qophiiwwan garaagraaf
20/01/2024

Wanci

Qophiiwwan garaagraaf

Professional photography and videography    0929121147
03/11/2023

Professional photography and videography
0929121147

03/11/2023

waamicha Waloo (WW)
Mee page kana beeksisuudhaan anaafi hojii mana kanaa babal'isa , Hiriyoota keessanis Mantion godhaa Narraa hin hafiinaa sinirraa hin hafu..

23/12/2022

Abbaa Gadaa Oromoo duraanii yuuba hamma Aagaa xeenxanoo du’an addunyaa kanarra boqochuusaniitin gadda guddatu natti dhagayaame.Maatif Oromoota hundaaf jajjabina haa kennu. Nagaan boqodha.!

28/11/2022

Faarfataa Kabaa Fidoo sababa giinga'uu isaan dirree waraanaa irraa deebifameera.
Bara 1992 lola Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu ka’e hordofee Kabaan waraanatti dabalamee Baadimmeetti duuluuf ergamee’’ innoo danda’ee hin dubbatuu, kana eessaa fiddan jedhanii deebisanii na galchanii,’’ jedha Kabaan.

Kabaan mana siree qabatee buluu dhaqee, dubbachuu dadhabuu isaatiif hoteela keessaa ariyatamee akka beeku dubbate.
Mudannoo fi bu'a bahii jireenya isaa dubbisaa.
👉👉 https://bbc.in/3ODRYuL

Address

Oromia
Ambo
OROMIA

Telephone

+251929121147

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Begna Pictures posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Begna Pictures:

Share

Category