Sadan Tube -Daniel Motuma

Sadan Tube -Daniel Motuma Weedduu galataan yeroo hundumaa fuula waaqayyootti argamuun akkam gaariidha!

14/05/2026

Ayyaana Abbaan nattu uffise !!

Midaakoo Baga naaf baredde .Galatoomaa  Aanaa midaa Qanyi
12/05/2026

Midaakoo Baga naaf baredde .
Galatoomaa Aanaa midaa Qanyi

10/05/2026

G.o.a.t

I am serious About work.💪Village 🥰
09/05/2026

I am serious About work.💪

Village 🥰

Of Ajjeessuun Furmaata hin ta'u !    Bor har'a miti !Itti hirmaadhaa   Godhaa
08/05/2026

Of Ajjeessuun Furmaata hin ta'u !
Bor har'a miti !
Itti hirmaadhaa Godhaa

.eshetumelese

06/05/2026

Dhamsa DA RO
Eebbifami obbole

Tumsa obboloonni bitaa mirgaan gochaa jirtan argaan jira .Galatoomaa ulfaadha .jechaa Sirna saaqinsa YOUNG PODCAST (YPC)...
01/05/2026

Tumsa obboloonni bitaa mirgaan gochaa jirtan argaan jira .
Galatoomaa ulfaadha .jechaa
Sirna saaqinsa YOUNG PODCAST (YPC) keenyaa irratti maarii tapha keessummoota keenya waliin goone
Karaa youtube channel YOUNG PODCAST (YPC) YKN Sagalee dargaggoo jedhu har'a galgala sa'a 1:30 tti gadhiifama .
Subscribe godhaa waliif share .
https://www.youtube.com/

Waaqayyo isiin haa eebbisu !!Sirni Saaqinsa YOUNG PODCAST Keenya guyyaa har'aa haala kanaan rawwateera .Namoonni dhuftan...
30/04/2026

Waaqayyo isiin haa eebbisu !!
Sirni Saaqinsa YOUNG PODCAST Keenya guyyaa har'aa haala kanaan rawwateera .
Namoonni dhuftan nu walin hirmaattan galanni keessaan guddaadha .
Videon keenya Guyyaa boru ykn jimaata galgala sa'a 1:00 irratti karaa youtube Daniel motuma official jedhu ni darba.
Nu eegaa..

30/04/2026

An kana jedheen ture
Du'aa isheen dura
Kan ajjeese warraa arrabsaa oolu 😪

Waaqayyoo lubbuu keef Aara galfii haa kennu obboleetti cimtuu fi jabduu nana.Gaafa ati lubbuun jirtu sanas cimtuu akka t...
29/04/2026

Waaqayyoo lubbuu keef Aara galfii haa kennu obboleetti cimtuu fi jabduu nana.

Gaafa ati lubbuun jirtu sanas cimtuu akka taate dubbadheera an.

Tarii dirqama si qabe ta'a 😭😭
Osoo obsitee jiraatte yaa nama nanaa
rakkini amma kan ati dabarsite ol ta'uu danda'a garuu ...

Address

Ambo
INTEREST

Telephone

+251926320346

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sadan Tube -Daniel Motuma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sadan Tube -Daniel Motuma:

Shortcuts

Share

Category