Nedjo West Oromia

Call Directions

Nedjo West Oromia BIYYI KEENYA HAA MISTU!!!

maabarii najjoo alaltuu ..bara 1989 !Maddi   gammachuu!!
22/09/2026

maabarii najjoo alaltuu ..bara 1989 !Maddi gammachuu!!

Garatu kilaba kubbaa miillaa Najjoo 1989 Ec ti Barcelona hin se'iina πŸ€” Dirree kubba Mana barumsaa Le/Ko Abdiisaa Aagaa k...
22/09/2026

Garatu kilaba kubbaa miillaa Najjoo 1989 Ec ti
Barcelona hin se'iina πŸ€”
Dirree kubba Mana barumsaa Le/Ko Abdiisaa Aagaa keessati .
Eenyuunfaa yaadatu mee? .....Eprem, Ebisa' dabalaa....maddi Nina soboka saho!

suuraan kun kan fudhatame magaalaa najjoo naannoo waajjira ibsaa amma!maqaa yeroo sanaa abiyot adababay yeroo hawwisoon ...
19/09/2026

suuraan kun kan fudhatame magaalaa najjoo naannoo waajjira ibsaa amma!maqaa yeroo sanaa abiyot adababay yeroo hawwisoon sirboota,adda addaa dhiheessan!!photo credit:NINA SOBOKA

Hojii Bonsaa dha!!😍😍😍
08/09/2026

Hojii Bonsaa dha!!😍😍😍

Najjoon Nama jabaa dhabdee! Ogeesa fayyaa jabaa !!Obbo Tekalign nagaan boqodhaa!!Ogeessa fayyaa kilinika fayyaa mishinii...
01/09/2026

Najjoon Nama jabaa dhabdee! Ogeesa fayyaa jabaa !!Obbo Tekalign nagaan boqodhaa!!Ogeessa fayyaa kilinika fayyaa mishinii Duraanii!!😭😭😭

23/08/2026
rakkoo jabduu daandii najjoo
20/08/2026

rakkoo jabduu daandii najjoo

Address

Addis Ababa

Telephone

0921050400

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nedjo West Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category