Olifan Daba

Olifan Daba Gaariin Akka Waaqayyoo Hin Jiru!!

15/08/2026

Sabni kiyya hin jiru taanaan eenyuttan faarfadha👌Hamma dhumaa dhaggeeffadhaa🙏

13/08/2026

Jechan hin qabu waaqayyo siif haa birmatu😭

Namni ati barbaada turte sun suma mataa kee akka ta'e hamma siif galutti, jireenya hiikaaf hiiqa hin qabne jiraatta.Halk...
11/08/2026

Namni ati barbaada turte sun suma mataa kee akka ta'e hamma siif galutti, jireenya hiikaaf hiiqa hin qabne jiraatta.Halkan Eebbifamaa Qabaadhaa🖐️🥰

09/08/2026

Miillikee gara mana waaqayyootti haa ariifatu🖐️Ameen jedhi

07/08/2026

Solomon Alemu Mucaa Eebbifamaa duukaa jirra Jedhaamee🔥🥰

07/08/2026

Family��

 Dhugaan sin jaalladhaSirraa hin fagaadhu Sidhabee daqiiqaafQofaa hin jiraadhuYoon si dhabee ture Guyyaakoot jeeqamaGuyy...
05/08/2026



Dhugaan sin jaalladha
Sirraa hin fagaadhu
Sidhabee daqiiqaaf
Qofaa hin jiraadhu
Yoon si dhabee ture
Guyyaakoot jeeqama
Guyyaa aduun ba'utu
Nat dukkaneeffama
Sin jaalladha jechuuf
Kan koo sin madaalu
Jaalallee koo
Siin eenyu naan caalu
✍️Oliifan D Mul'ataa

  jedhee harki barreesse haa eebbifamu💥🤲❤️
05/08/2026

jedhee harki barreesse haa eebbifamu💥🤲❤️

  gooftaadha otuma jettuu 300K galuukeef siif gammadeera
03/08/2026

gooftaadha otuma jettuu 300K galuukeef siif gammadeera

03/08/2026

ergan afaankeeti ta'ee...👌

Address

Ambo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olifan Daba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share