15/06/2026
iPhone 13 ProMax Maaliif Warra Kaan Caalaa Barbaadamaa?
1) Qulqullina CAMERA 📷 2) Battery 🔋 fooyya’aa 3) Saffisaa fi ga’umsa waa raawwachuu guddaa/processor and performance/ 4) Boca Bareedaa 5) Gatii Fooyya’aa fi kkf Warreen Kana keessaa kamiin Warra kaan irra fooyya’aa?
Akka Odaa Electronics tti iPhone 13, 14 15, 16 fi 17 gurgurru keessaa iPhone 13Pmx hedduutu gurgurama hedduus gaafatama.