16/05/2026
Oduu Ammee : Artist Kemer Yusuf Albama Teedii Afroo Irratti Deebii Ni Kenna Jedhamee Akkuma Eegamaa Ture, Ganama Har'aa Sirba Ajaayibaa Kan Mata Dureen Isaa Faaruu Faarrisaa Jedhu Hojjechuun Deebii Quubsaa Yoosan Fi Galaanaa Daranitti Teedii Afroof Kennee Jira. Santu Seera! Sirba Ajaayibaa Faaruu Farrisaa Jedhu kan Kemer Yusuf Ganama Har'aa Hojjechuun Teedii Afroof Deebii Kenne Asii Gadii Daawwachuun https://youtube.com/?si=-vgGzLq8dNCBBXNQ