Hawwii Oro

Hawwii Oro الحمدُلله ربّلعلمين

Itti fayyadami ✅Nama   jedhee barreesse ADD godhii deebisi jedhiin!🥰
11/05/2026

Itti fayyadami ✅

Nama jedhee barreesse ADD godhii deebisi jedhiin!🥰

♻️ ?💜✍️" Hangaftootni dubartoota ⚘️ JANNATAA afuri: Maryam Faaximaa Khadiijaa Aasiyaa dha 🌷" Nabi Muhammad  صلوات ربي وس...
11/05/2026

♻️ ?💜✍️

" Hangaftootni dubartoota ⚘️ JANNATAA afuri:
Maryam Faaximaa Khadiijaa Aasiyaa dha 🌷"
Nabi Muhammad صلوات ربي وسلامه عليه

Ergamaan Rabbii ﷺ akkana Jedhan, Dubartoonni Aqliin isaanii Guutuu Miti Jedhan Dubartoota Afur Kana Malee Jedhan isaaniis .

1~Khadiijaa Haadha Mu'umintoota (R.A)
2~Mariyaam haadha Nabi isaah (A.S)
3~Asiyaa Jaartii fira'oownaa
4~Faaximaa Inatala Rasuulaa (ﷺ)

Yaa Rabbii fakkeenya Jaraa Nuuf Taasisi
Dubartoota Keenyas.
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ✍ﷺ❤

11/05/2026

"Waan isa hin ilaallanne lakkisuun nama tokkoo Islaaminnaan isaa tolurraahi." Je'an Nabiin ﷺ

Qur'aanaa fi salaataan Qalbiin tasgabbii argatti 🥰
10/05/2026

Qur'aanaa fi salaataan Qalbiin tasgabbii argatti 🥰

RABBIIN bultii barakaa, bultii jaalalaa fi rahmataan guutamte nutti haa ijaaru!!
10/05/2026

RABBIIN bultii barakaa, bultii jaalalaa fi rahmataan guutamte nutti haa ijaaru!!

Maashaah Allaah
10/05/2026

Maashaah Allaah

👉 Imaam Juneeydiin (Rahiimahullaah) gurbaa tokko yeroo gorsu akkana je'ee gorse? ((Kheeyriin cufti waa sadii (3) keessat...
04/05/2026

👉 Imaam Juneeydiin (Rahiimahullaah) gurbaa tokko yeroo gorsu akkana je'ee gorse? ((Kheeyriin cufti waa sadii (3) keessatti taatuu dha:

1ffaan. Guyyaa kee waan sif tahutti yoo hin dabarsine, waan sirratti tahutti hin dabarsin,

2ffaan. Yoo nama filamoo tahan hin waahille, warra badaa hin waahilin,

3ffaan. Yoo horii kee waan Rabbi jaalachiisu keessatti hin baasne, waan Rabbi dallansiisaa keessatti hin baasinii, je'eeti gorseen.))

👉 [Kitaaba Imaamul Beeyhaqii (Rahiimahullaah) Al-Zuuhd Al-Kabiir 1/290]

04/05/2026

I got over 1,000 reactions on my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

Address

Addis Ababa

Telephone

+251946015413

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawwii Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hawwii Oro:

Share

Category