Sheger Pictures

Directions Website

Sheger Pictures Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sheger Pictures, Photographer, Burayu, Addis Ababa.

We tell real Ethiopian stories through films, weddings, and documentaries.
📍 Addis Ababa, Ethiopia | 🎬 Subscribe for weekly new videos!
📧 [email protected]
www.youtube.com/
Telegram
0920582940
0909779353

Guyyaa hojii gaarii qabadha🥰Sheger Pictures
24/10/2026

Guyyaa hojii gaarii qabadha🥰
Sheger Pictures

23/10/2026

DV Guutuuf paaspoorti qabaachuun dirqama. namoonni hin qabne ammuma galma'aa.

23/10/2026

Passport guyyaa 2 fi 5 idilees namni barbaadan beelama isiniif ni qabsiifna.

📸 Suuraa bareedaa — Yaadannoo bara baraa!Sheger PicturesTeessoo Ashawaa meedaa Yatababbaru maadiya fuul-dura📞 0920582940...
23/10/2026

📸 Suuraa bareedaa — Yaadannoo bara baraa!
Sheger Pictures
Teessoo Ashawaa meedaa Yatababbaru maadiya fuul-dura
📞 0920582940 | 0909779353
📲 Facebook | TikTok | Instagram | Telegram | YouTube
👉

  🇪🇹 Tajaajila passport hunda nu biratti galmaa'u ni dandeessu.❤️ Haaraa baasuuf❤️ Haaromsuuf❤️ Passport bade/tarsa'e/ci...
21/10/2026


🇪🇹 Tajaajila passport hunda nu biratti galmaa'u ni dandeessu.
❤️ Haaraa baasuuf
❤️ Haaromsuuf
❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite
❤️ Umrii 18 gadiif
❤️ Umrii sirreesuuf
6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa TG nuuf ergun idilee ykn ariifachiisaa kan guyyaa 2 fi 5 galmaa'u dandeessu!
⚠️Hub: Namoonni Naannawa Finfinnee jiraatan biiroo keenya qaaman dhuftani guutachu ni dandeessu. Bakki itti argamnu Ashawaa meedaa Yatabaabaruu maadiyaa Fuulduraa gamoo Mahammad Nuur Darbii 1ffaa irratti argamna.
Call 📞 092 058 2940

  🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu!❤️ Haaraa baasuuf❤️ Haaromsuuf❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite❤️ Umrii...
20/10/2026


🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu!
❤️ Haaraa baasuuf
❤️ Haaromsuuf
❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite
❤️ Umrii 18 gadiif
❤️ Umrii sirreesuuf
6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf

💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa TG nuuf ergun idilee ykn ariifachiisaa kan guyyaa 2 fi 5 galmaa'u dandeessu!

⚠️Hub: Namoonni Naannawa Finfinnee jiraatan biiroo keenya qaaman dhuftani guutachu ni dandeessu. Bakki itti argamnu Ashawaa meedaa Yatabaabaruu maadiyaa Fuulduraa gamoo Mahammad Nuur Darbii 1ffaa irratti argamna.

Call 📞 092 058 2940

Obbo Ashannaafii Camadaa Bulchaa Kutaa Magaalaa Duukam Ta'uun Muudamaniiru.Akkuma bakka turtetti hojii kee kutannoo fi c...
17/10/2026

Obbo Ashannaafii Camadaa Bulchaa Kutaa Magaalaa Duukam Ta'uun Muudamaniiru.
Akkuma bakka turtetti hojii kee kutannoo fi cichoomina guddaan raawwachaa turte, bakka amma itti gaafatamummaan sitti kennamettis caalmaatti gaggeessummaa yeroon barbaadu kennuun fayyadamummaa Uummataa akka mirkaneessitu abdii guddaan qaba!
Hojii Gaarii

Obbo Abaatee Asiraat irra deebi’ani Bulchaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu ta’uun muudamuu isaaniif baga gammaddan jenna!Obbo ...
17/10/2026

Obbo Abaatee Asiraat irra deebi’ani Bulchaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu ta’uun muudamuu isaaniif baga gammaddan jenna!

Obbo Abaatee Asiraat hayyuu, nama amanamaa, hawaasa gidduutti jaalalaa fi kabaja guddaa qaban ta’uun beekamu. Irra deebi’anii itti gaafatamummaa kanaaf filatamuun isaanii amantaa hawaasni isaan irratti qabu kan mul’isuudha. 🤝

Bulchiinsa isaanii keessatti misoomni, nageenyi, tajaajilli uummataa fi tokkummaan hawaasaa caalaatti akka cimu hawwina.

Baga gammaddan! Milkaa’ina, fayyaa fi hojii gaarii uummata keessaniif ooltan isiniif hawwina! 🙏✨

📸 Sheger Pictures Studio
Oduu, Suuraa, Viidiyoo fi Odeeffannoo

SH-E-G-E-R = P-I-C-T-U-R-E-S 📷 ❤️
17/10/2026

SH-E-G-E-R = P-I-C-T-U-R-E-S 📷 ❤️

Gatiin tajaajila Passportii akkata armaan gadi kanaTajaajila galmee qulqullina qabuuf gara Sheger Pictures Studio yoo dh...
12/10/2026

Gatiin tajaajila Passportii akkata armaan gadi kana
Tajaajila galmee qulqullina qabuuf gara Sheger Pictures Studio yoo dhuftan amanamuummaan isiniif hojjenna.

Odeeffaannoo dabalataa 0709779353/0920582940

Address

Burayu
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheger Pictures posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category