Asab Digital Media አሰብ ዲጂታል ሚዲያ

Asab Digital Media አሰብ ዲጂታል ሚዲያ Hegeree Oromiyaa

24/03/2026
24/03/2026



'el

Israa’elii fi Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan haleelaan, Bitootessa 15, 2018(Adoolaa Woyyuu) – Israa’elii ...
24/03/2026

Israa’elii fi Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan haleelaan
, Bitootessa 15, 2018(Adoolaa Woyyuu) – Israa’elii fi Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan Isfahaanii fi Kooraamshaahir jedhaman irratti haleellaa raawwatan.

Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi bu’uuraalee misooma Annisaa Iraan haleeluuf yeroon akeekkachiisaa kennan guyyoota shaniif dheerachuu erga beeksisanii sa’aatiwwan muraasa booda haleellaan kun raawwatamuu gabaafame.

Haleellaa Buufata Annisaa Isfahaanii irratti raawwatameen gamoon bulchiinsa gaazii uumamaa naannawichatti argamuu fi buufanni to’annoo dhiibaa Gaazii miidhamuu ibsameera.

Haaluma walfakkaatuun haleellaa bu’uura misoomaa Kooraamshaahir irratti raawwatameen ujummoon daddabarsa gaazii uumamaa midhameera.

Haa ta’uutii haleellaa bu’uuraalee misooma anniisaa lamaan irratti raawwatameen miidhaan hamaan kan hin geenyee fi naannawaa lamaanitti dhiyeessiin anniisaa adda kan hin cinne ta’uu Anaadooluun miidiyaalee Iraan wabeeffachuun gabaaseera.

Haleellichaan booda Iraan tarkaanfii deebii fudhatteen Magaalota Israa’eel Neegeev, Diimoonaa, Teel Aviiv fi Eeliyaat, akkasuma bu’uuraalee Waraanaa Ameerikaa Giddugala Bahaatti argaman haleeluu Warraaksi Eegaa Iraan beeksiseera.

Haleellaa Iraan raawwatte kanaan gamoowwan manneen jireenyaa Magaalaa Teel Aviivitti argaman irra miidhaa olaanaan qaqqabuu fi namoonni 6 madaa’uu Ministeerri Fayyaa Israa’eel ibseera.

Waraanichi erga eegalee hanga ammaatti lammiileen Israa’eel kumni 4 fi 828 madaa’uu Israa’el beeksifteerti.

Mikiyaas Ayyaalaatiin

Obbolaawwan kan Saba Sidaamaa Baga Ittiin Isan Gahe. Itophiya, Sidaama Hawalle Fichee Cambalaallate Ayyaanira Keerunni I...
14/03/2026

Obbolaawwan kan Saba Sidaamaa Baga Ittiin Isan Gahe. Itophiya, Sidaama Hawalle Fichee Cambalaallate Ayyaanira Keerunni Iillishino'ne!

Fichee Cambalaallate Ayyaani Sidaamu dagara sooreessa ayyaanaati. Kuni ayyaani giddosi amadino baxilllu, mittimma, kalaqamunna qarqaru agarooshshi hornyubbasi korkaatinni UNESCote maareekkamino bayra ayyaanaati.

Obbolooti keenya Sabi Sidaamaa Baga Geessan 💙❤️💙

   Akkasitti isin beekna nu harkaa  bahuu hin qabu barana.👍💪💪✍️⚽🏆🏆🏆🏆🏆   Makii Oroo
14/03/2026


Akkasitti isin beekna nu harkaa bahuu hin qabu barana.
👍💪💪✍️⚽🏆🏆🏆🏆🏆




Makii Oroo

Mee Oromoo qomoo koo akka an onnee qulqulluu koo irraa isan jaaladhutti onnee keessan Irraa kan na jaalattan comment Irr...
13/03/2026

Mee Oromoo qomoo koo akka an onnee qulqulluu koo irraa isan jaaladhutti onnee keessan Irraa kan na jaalattan comment Irratti lakk.1 naaf barreessaa na godhaa kan na jibbitan immoo lakk.2 barreessaa Isin Jaallatamtootadha isan jaaladha👌


.


Address

Oromia
Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251910830004

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Asab Digital Media አሰብ ዲጂታል ሚዲያ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Asab Digital Media አሰብ ዲጂታል ሚዲያ:

Share