Qerroo Robbe Dida'aa high school

Qerroo Robbe Dida'aa high school Oromia shall be free

28/08/2026

Watch, follow, and discover more trending content.

Ammas Ariifachiisaadha!!NASA UPDATE: Akkuma jannee turre NASA dhaabbanni guddichi qorannoo Hawaafi pilaaneetii qoratu am...
12/08/2026

Ammas Ariifachiisaadha!!

NASA UPDATE: Akkuma jannee turre NASA dhaabbanni guddichi qorannoo Hawaafi pilaaneetii qoratu ammas ibsa dabalataa akka baasetti kushufuun Aduu guyyaa boruu Baha Afrikaa dabalatee biyyoota Addunyaa gara garaa keessatti walakkaa guyyaa irratti mullata. Kana malees guyyaan boruu guyyaa Pilaaneetii jaha yeroo tokkotti itti mullattu jachuun ibse. Yoom kana qofa pilaaneetiin gidduu aduufi lafaa gidduu walakkaa guyyaatti waan dabraniif aduun ni kushufti jachuudha. Kanaaf kushufuu Aduu guyyaa boru daa'iman akka ija duwwaa aduu kushufte ijaan hin ilaalle gaodhaa...namni guddaanuu maanzaraa ijatti godhachuun ilaaluu qaba. Carariin aduu yeroo kushufuu aduu gara lafaa gahu ija namaa irratti miidhaa jabaa fiduu danda'a!! Kanaaf Rabbiin lafa nagaa haa godhuu sirritti of eeggannoo goahaa!! Fayyaan faaya gurra wal buusaa!!...🤷‍♂️

👉 https://vt.tiktok.com/ZS4SJLUAR/

Address

Adama
1234

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qerroo Robbe Dida'aa high school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category