Yusuf Oro Page

Yusuf Oro Page Hubadhuu


Namni tokko namaa jedhamee khan waamamu bifaa akka namaa qabateedhaaf qofa utuu hin taanee sammuu akka namatti yaadu qabachuu qaba.

23/05/2024
23/05/2024

Dhimmaa gabaa Jimaa

Allahumma Salli Wasallim Alaa Nabiyyinaa Muhammad ❤️ S ❤️ A ❤️ W ❤️
29/02/2024

Allahumma Salli Wasallim Alaa Nabiyyinaa Muhammad ❤️ S ❤️ A ❤️ W ❤️

💥Rabbiin☝️iimaana daqiiqaatii mitii iimaana Haqiiqaa nuuf haa kennu.🤲💥Islaamummaa maqaatii miti ta haqaa nuuf haa kennu....
05/12/2023

💥Rabbiin☝️iimaana daqiiqaatii mitii
iimaana Haqiiqaa nuuf haa kennu.🤲
💥Islaamummaa maqaatii miti ta
haqaa nuuf haa kennu.🤲

Yaa Abba Rahmata. ☝️🤲😭

Dubbisi si fayyadaa... Kitaabni Gurguddaan Rabbiin Buuse Afuri (4) !1. Toowraat ,, muusaarratti..2. Zabuur ,, Daawudirra...
19/11/2023

Dubbisi si fayyadaa...

Kitaabni Gurguddaan Rabbiin Buuse Afuri (4) !

1. Toowraat ,, muusaarratti..
2. Zabuur ,, Daawudirratti.
3. Injiil ,, iisaarratti.
4. Furqaan Muhammad rratti. عليه وعلى أنبياء الله الصلاة والسلام

Arra Waahee Furqaanin (qura'aanaatin) xiqqo siif hima...

Akka Walii Galaatti qabiyyeen Qur'aanaa Bakka sadihitti Qoodama.
1. Al Ahkaam (murtii Jiruu fi Jireenyaa).
2. Al Qisas (Oduu fi Seenaa )
3. Al-ttoohid (rabbi tokkichoomsuu)..

Quraanni Akka Walii Galaatti
✔Juuzii 30 !
✔ Suuraa 114 !
✔Aayata 6236 !
✔Harfii (qubee) 323671 Qaba!

- Suuraan Dura Buute Suuratu Iqra'i !
- Aayanni Booda rra Buufame ‎(Wattaquu yowman Turja'uuna fiihi Ilallaah)‏ Aayata Ja'u.

★ Suuraan Akkaan Dheertuu Baqaraa dha
★ Suuraan Hedduu Gabaabduu Al koowsari...

※ Namni Nama Hundarra caalu Nama Qur'aana kana Baratee Barsiise..
☆ warra harka mirgaatiin isa qabataniif Qur'aanni guyyaa qiyaamaa Magantaa (shafaa'aa) dhaabbata.

Rabbiin warra qur'aanaa nu haa godhu

Maalummaa Qur'aana kanaa Nama Hin Beyne Barsiisuuf Bakka Share Jettu San Tuqi ... JZK

13/11/2023
13/11/2023

Nu qajeelfadhu karaa ofiif jalaatu irratti nu Milkeessi yaa allaah addunyaaf ahkiraati..

24/10/2023

Galatomaa hogaantonni keellaawwan jimaa kan nurraa kaaftanii
Bagaa adawwii garaa nurraa gubdaanii
Yaa warraa jimaan haraamii ja'uu isinoo maal jettan dhifaama sii goonee itti deebitanii

🔸️ Miila keetiin bobbaatee galta. Kan namni gad baasee ol galchuutu jira!! 🔸️ Nagayaan raftee kaata! Kan kiniina hirriib...
24/10/2023

🔸️ Miila keetiin bobbaatee galta. Kan namni gad baasee ol galchuutu jira!!

🔸️ Nagayaan raftee kaata! Kan kiniina hirriibaa malee hin rafneetu jira

🔸️ Nagayaan sagaraa baata! Kan kiniinaan malee sagaraan irraa hin baaneetu jira

🔸️ Qoricha tokkollee osoo hin fudhanne guyyuu jireenya nagayaa jiraatta!

🔸️ Ati nagayaan fincaanta! Kan tuubboo fincaanii malee fincaanuu hin dandeenye heddutu jira. Faallaa kanaa garuu kan Qoricha guyyaa tokkoo yoo dhiise lubbuun isaa gaaga'amtuutu jira!

❤️ Tolli rabbiin nurratti oole lakkaawamee dhumaa? Mee takka alhamdulillaah je'aa rabbiif galata galchaa!!❤️

Address

Adama
1000

Telephone

+251703017298

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yusuf Oro Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yusuf Oro Page:

Share

Category