Ñâďhì mùçćãã bòŕòďà

Ñâďhì mùçćãã bòŕòďà Art

Permanently closed.
30/07/2022
Ana qabsa,u arkuf tesa ana dhisuu garu arku tesu
30/07/2022

Ana qabsa,u arkuf tesa ana dhisuu garu arku tesu

26/05/2022
22/05/2022

Qote bulaan keenyaa oyruu isaa keessatti qoricha oomishee itti fayyadamaa ture, ammas fayyadamaa jira yoo jenne maal soba qabaree?
QULLUBBII ADII ADII (GARLIC)
Faayidaalee isaa keessaa muraasa
1. Dhukkuba qufaa (utaalloo), akkasumas dhukkuboota vayirasii fi baakteriyaan dhufan nurraa ittisuuf.
2. Dhiibbaa akka ol hin kaane hir'isuuf
3. Carraa dhukkuboota onnee adda addaan qabamuu hir'isuuf
4. Fayyummaa lafee eeguu irratti gahee guddaa qaba.
5. Rifeensi mataa akka nurraa hin dhumne prootiina taasisu of keessaa qaba.
6. Infekshinii gogaa irratti argaman daaknee yoo itti dibne hedduu nu gargaara.
7. Allerjiwwan gargaraa nurraa ittisa
8. Qabiyyee qaamaa cholesterol jedhamu kan yeroo baayyatu dhukkuba garaa garaaf nu saaxilu nu keessaa hir'isa.
Faayidaalee biroo illee ni qaba.
Fayyaan Faaya!!
Fayyaa ta'aa!!

Jiraa jachumafi
21/05/2022

Jiraa jachumafi

16/05/2022

Jiraachuun Kee Yoo Nama Hin Fayyadne
Dhabamuun Kee Nama Hin Miidhu.
Ati Jiraachuuf Namallee Yoo Fayyaduu Baatte Ofii Keetiif Jiraachuun Tattaaffii Si Barbaachisa.
Gaafa Ofiif Jiraachuu Barte Immoo Namaafis Jiraachuun Adeemsa Keessa Sitti Dhufa.
Addunyaan Ofiif Jiraachuu Abshaalummaadha.
Namaaf Jiraachuun Immoo Gaarummaadha.
Ab Abbaas
Ab Proition Abbaas
Dheeraa Magaalaa Galamso

Address

Boroda
Adama
ART

Telephone

+251973065056

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ñâďhì mùçćãã bòŕòďà posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ñâďhì mùçćãã bòŕòďà:

Share

Category