Ahmad hamzaa bashiir

Ahmad hamzaa bashiir Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Ahmad hamzaa bashiir, Photographe, Democratic Republic of the.

15/09/2024
25/07/2024
22/07/2024

Hojjattuu Baankii Daldalaa Itoophiyaa damee Adaamii Tulluu kan taate Fooziyaa Izaddiin jedhamtu yakka wayiituu otoo hin raawwanne hidhamtee dararamaa jiraachuu jiraattonni himan.

Fooziyaa Izaddiin Waxabajjii 29 Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaa waggaa 4ffaa irratti suuraa hiriyyoota faanaa kaatee Adoolessa 1 bakka hojii isheetii qabanii jedhan.

Fooziyaan magaalaa Baatuutti hidhamtee dararamaa akka jirtu jiraattonni OMNtti himan.

Yaadannoo waggaa 4ffaa Artist Hacaaluu waliin walqabatee namoonni hedduun kutaalee Oromiyaa garaagaraatti hidhamanii dararamaa akka jiran odeeffannoowwan OMN dhaqqaban ni mul'isu.

17/02/2024

Adresse

Democratic Republic Of The

Téléphone

+251910681077

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Ahmad hamzaa bashiir publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager