08/14/2026
Sodaa Faannoo😃
Koomishiiniin marii biyyaalessaa dhimma Finfinnee irratti waliigaltee irra hin geenyeerra jedheera. Kun immoo sodaa Faannoo duula gaggeessaa jiraniiti. AGM namoota marii sanarra turan irraa mirkaneeffatee waliigalteerra gahamuu hubateera. Koomishiiniin kun garuu duula miidiyaa sodaaf dhimma kana awwaaluuf deema fakkaata.