Musxafaa kan Hassan

  • Home
  • Musxafaa kan Hassan

Musxafaa kan Hassan Islaamummaan lubuu tiyyaa oromummaan dhigaa kiyyaa

10/08/2026

10/08/2026

eee

Guyyaa tokko beekuuf jiraatta...!•Salaatni hirriba irra kan caalu ture... ati immoo ni rafte.•Qur'aana qara'uun Rabbi bi...
10/08/2026

Guyyaa tokko beekuuf jiraatta...!

•Salaatni hirriba irra kan caalu ture... ati immoo ni rafte.
•Qur'aana qara'uun Rabbi biratti sadarkaa kee ol kaasa ture... ati immoo ni lakkifte.
•Azkaara ganamaa fi galgalaa qara’un jireenya keetiif barakaa dabala ture... ati immoo ni hifatte.

•Istighfaarri hulaa rizqii teetii siif bana ture... ati immoo ni irraanfatte.
•Hulaan towbaa yeroo hunda banaa turte... ati immoo hanga duuti si saamtutti booda aansite.
•Dilii ati lakkiftu cufti sababa furmaata rakkoo teetiiti turte... ati immoo dilii dalaguu keessatti daangaa dabarte.
•Ajajni Rabbii kan ati raawwattu hundi jannatatti si dhiyeessee, ibidda irraa si fageessa ture... ati immoo dantaa dhabde.

Aliyyi Ibnu Abii Xaalib yeroo “irra hedduun nama hirriiba keessa jiran ogguma duuti itti dhufte dammaqan” ja’u dhugaa dubbate..!!

10/08/2026


nge ゚viralシ

10/08/2026

28/07/2026

Address

Bethal

2310

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Musxafaa kan Hassan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Photography Service?

Share