Warra Duula Baati

Warra Duula Baati π΅π‘œπ‘œπ‘ π‘Žπ‘‘&πΉπ‘Žπ‘›π‘‘π‘Žπ‘Žπ‘™π‘™π‘’

21/02/2025

Ramadan kariim 2025 hordoftoota amanti muslima hundafβ˜ͺ️ baga gessan baga geenye.

13/01/2025

waan irratti waggoota meeqa rawwacha turte rabbi sa'ati muraasa keessatti irra kaffale 🀣🀣🀣🀣🀣 dabareen itti aanu πŸ‘‰
By by 🀣🀣🀣🀣🀣

As wr wb akkam jirtan hordooftoonni ko marti kessanu?Bga bara 2024 irra gara 2025tti nagaan ceetan isiniin jechuun barba...
01/01/2025

As wr wb akkam jirtan hordooftoonni ko marti kessanu?
Bga bara 2024 irra gara 2025tti nagaan ceetan isiniin jechuun barbaada.
itti aansun barri darbe seena ta'a, barri haaran kan milki ha ta'u.

naaf jiraadha ful-durri kessan kan gammachu ha tahu. Happy New year πŸŽ‰ ✨️ πŸ’› πŸ€—

15/12/2024

Jirra hunda baacha

24/10/2024

Seena FINFINNE

Beetin waan dubbisu dideef akkas jette laala me hoji isii 🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣
02/07/2024

Beetin waan dubbisu dideef akkas jette laala me hoji isii 🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣

Guyya capha oromoo. Yasdanno hacaalu hundessa wagga afraffa geennerra  guyyan kuni anaaf adda. akkasuma ummata oromoo bi...
29/06/2024

Guyya capha oromoo.

Yasdanno hacaalu hundessa wagga afraffa geennerra guyyan kuni anaaf adda. akkasuma ummata oromoo birattis, nageenya biyyatti Ethiopia πŸ‡ͺπŸ‡Ή kan hanga amma dhabame kanaaf ka'umsa ykn jeequmsa biyyattif sababni guddan guyya kana. akka tasa tahe gaafa wareegama isaa dhagahu yemen πŸ‡ΎπŸ‡ͺ magaala adan kessatti ana hirribatti jiru hirribarra na kaafte jaartin saahiba kiyya boohichan natti himte waanuma natti bu'elle wallaale bakki jirru kuni nuuf kessummaadha san'arra sababa koroona dalagaan dhabamnaan aniif saahibni kiyyas konkolaata tokko tokko kararra kan deemtu ni jirti bakka tokko tokkotti irra bu'a rakkina jabduudhan adan bakka BASATIN jedhamtu ganda oromoo mana saahiba isaa kan SULE jedhamu biyyi saahiba kiyya kana fi sule kana walitti ganda tokko. harargerra BARODA dha.
Maqaan saahiba kiyya kana MAMME AHMED jedhama haadha warrasa maqaan ZAARA jedhamti. asumaanu iyyafanno dha .
Maqaan YOU TUBE isa kan jero sana JOOKAR jedhama. erga du'a hacaalu booda wal hin agarre addan banne. kanaaf guyya saahiba kiyyarra adda bahefi guyya gudda oromoon qumaara nyaatame guyya kanadha. maal godhan re 😭😭😭😭😭😭😭😭

24/06/2024

Aja'iba rabbi laalame

Congratulations Idris Mohammed baga gammadde master's. baga keenna taate. gammachuun ke gammachu keenya du'ayin bira dha...
11/06/2024

Congratulations Idris Mohammed baga gammadde master's.

baga keenna taate. gammachuun ke gammachu keenya du'ayin bira dhabbadha. ilmi hayyu hayyuma. abban ke barnootan maletti biyya bulcha ture, ati barnootan ...maal sitti himare πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ«°πŸ«°

Address

Sanaa

Telephone

+967737161836

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Warra Duula Baati posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category