Oromo tube

Oromo tube Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromo tube, Adama, Shewa.

14/12/2025
14/12/2025

Gabatee PL ingilaandi torbee 16ffaa
Isoo kaan hafanuu
Pos Team MP GD Pts
1 Arsenal 16 +20 36
2 Man City 15 +19 31
3 Aston Villa 15 +7 30
4 Chelsea 16 +12 28
5 Crystal Palace 15 +8 26
6 Liverpool 16 +2 26
7 Man Utd 15 +4 25
8 Everton 15 +1 24
9 Brighton 15 +4 23
10 Sunderland 15 +1 23
11 Tottenham 15 +7 22
12 Newcastle 15 +1 22
13 Bournemouth 15 -3 20
14 Fulham 16 -3 20
15 Brentford 15 -3 19
16 Leeds Utd 15 -10 15
17 Nottm Forest 15 -11 15
18 West Ham 15 -12 13
19 Burnley 16 -16 10
20 Wolves 16 -26 2

Kan kee eessa jira?

Odeeffannoo ispoortii haarawa argachuuf 👇👇👇
Sahibu Mammad follow godhaa

Dhokseen si ilaalaa  manzara Uffadhee😎  Jaalala keetiifan  Kaayyoo koo dagadhee🙄🫵Dastu Ahmed atii warra Eesatti sa jiddu...
20/06/2025

Dhokseen si ilaalaa
manzara Uffadhee😎
Jaalala keetiifan
Kaayyoo koo dagadhee🙄🫵

Dastu Ahmed atii warra Eesatti sa jiddumaanu ?🤷🏼‍♀️

20/06/2025

❤❤❤❤❤❤❤❤
Ati anaaf dawwitidha
Fuulaa koon sin ilaaladha
Ati anaaf lubbuu kooti
Onneerran si jalladha
Qamooleen miiraa kiyaa
Yeroo hunda sumaan yaadu
Daqiiqafu si dhabnaan
In argaanu ni aaduu
Rifeensaa mataa kasee
Gad amma qeensa kootti
Mana jalaala hin jignee
Ijaartem kessa kootti
An sirraa fagadhee
Jiraachus hin danda'uu
Hangaa du'aa lubbutti
An sirraa addaa Hìñ ba'u
Si ilaales Hìñ qufuu
Kanaafan si dawwadha
Waada hattuun hin hatneen
Onneerraa si kawwadha
Namnii waan fedhe jedhus
Hin dhageenyu gurranu
Bu'aa fi midhaa isaa
Arginerraa duraanu
Odessaan nu diguudhaf
Gadi bu'ee gara yaaba
Animmoo onnee koo irraa
Siidaa hin jignee siif dhaaba
Ani jalaala malee
Bayyee si jaalladha jaalallee koo❤
Namnii jaalallee qabdu jaalallee keef share godhii akkasumas Account fb koo
tube

💥Namnii hundumtu Araadaa jedhamu barbaada,,,👌anaaf garuu jechi Faaraa yookiin Araadaa jettu jechama itti namnii ittin wa...
20/06/2025

💥Namnii hundumtu Araadaa jedhamu barbaada,,,👌anaaf garuu jechi Faaraa yookiin Araadaa jettu jechama itti namnii ittin wal jajjabeessuu yookiin hamilee walii ittiin cabsuuf fayyadamudha...

🌍Faaraa tokkoyyuu dache kanarraa hin jiru garuu nama muudii Isa Wal faana hin deemnee baay'etuu jira...
✌🏽namarratti Araadaa ta'u Dhiisii jireenyakee irratti Araadaa ta'i...🙌

Seenaa Gabaabaa kana Dubbisaa 😓👇▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰◈Hin jarjariin seenaa ajaayibaa kana daqiiqaa 5 kennii dubbisi si fay...
15/06/2025

Seenaa Gabaabaa kana Dubbisaa 😓👇
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
◈Hin jarjariin seenaa ajaayibaa kana daqiiqaa 5 kennii dubbisi si fayyadaa.

◈Akkas ture: Doktor Abiraham
jedhamu lammii biyya ameerikaa ispeeshaalistii dhukkuba kaanserii irratti hojjetani dha.
Namni kun baayyee beekamaa fi ogeessa jabaa dha. guyyaa tokko hojii isaanii kanaaf badhaasni qophaayeefii gara magaalaa biraa badhaasa kana fudhachuuf deemuuf kahan.!

◈Badhaasa kana fudhachuuf xiyyaaraan utuu deemanii gidduutti xiyyaara isaanii qilleensi hamaan mudatee utuu bakka deemuuf jedhan sana hin gahiin gidduutti xiyyaarri isaanii qubate.
Haalli qilleensaa kun hamaa waan taheef balalliin sun itti fufuu hin dandeenye. Kana booda dooktoriin kun xiyyaara biraadhaan deemuuf deemee magaalaa keessa buufatan keessaa bakka Tikkeettiin xiyyaaraa itti muramu gaafa gaafatu balalliin itti aanee jiru.. sa'atii 10 booda malee amma akka hin jirre itti himame.!

◈Innis gaddee sagantaa badhaasaa sana dirqama gahuu waan qabuuf konkolaataa kireeffatee adeemsa isaa itti fufe. Konkolaataadhaan bakki inni deemu sun sa'atii 4 fudhata.
Utuuma konkolaataan deemuu haalli qilleensaa hamaan sun dhaabachuu didee konkolaataan illee akka hin oofne isa dhorke. Innis konkolaataa isaa dhaabee bakka hin beekne tokko utuuma deemuu mana dubartii bareedduu harka qalleettii tokko banaa argatee mana ishee seene.!

◈ Isheenis isa keessummeessitee waan nyaataniif waan dhugan laatteef.Bilbila isheen bilbilatee haalota gaafachuuf gaafa jedhu dubartiin kun bilbila illee hin qabdu ture!.
Dubartiin sun nama waaqayyooti garuu gaaffii qabdi waaqayyoonis ni kadhatti.
egaa erga doktora kanaaf waan nyaataniif dhugan laatteefii booda.. kadhannaa akka kadhataniif isa gaafatte..inni garuu tole hin jenneef.

◈Isheenis "maaiif?" jennaan "Ani kadhannaatti osoo hin taane cimanii hojjechuuttan amana " jedhee deebiseef.

Ergasii isheenis dhiistee ofii ishee kadhannaa itti fufte.. Sana booda isheen kadhannaa ishee keessatti immimmaan ishee buustee kadhannaa ishee eegalte.

Namni Nama Hin Caalu Yoo Namni Nama Caale Obbo Yaadataa Juneeydii Nama Caala Oromoo Callaa Ilma Sabaa Sabllamii Itophia ...
14/06/2025

Namni Nama Hin Caalu Yoo Namni Nama Caale Obbo Yaadataa Juneeydii Nama Caala Oromoo Callaa Ilma Sabaa Sabllamii Itophia Gurraacha Africa 🌍

.Walqunnamtii Saalaa Gara Barii➲ Ganama naannoo sa'aatii kudha tokkoo hanga sa'aatii sadiitti hoormoonin testrone waan o...
14/06/2025

.
Walqunnamtii Saalaa Gara Barii

➲ Ganama naannoo sa'aatii kudha tokkoo hanga sa'aatii sadiitti hoormoonin testrone waan olka'uuf miirri jiraachuu danda'a.

➲ Halkan fincaan ujummoo fincaanii keessatti kuufamee jiru dhiigarratti dhiibbaa geessisuun akka gara sosochiin dhiigaa gara nafsaalatti yaa'u godha. Kun immoo akka nafsaalli gara barii ka'ee dhaabbatu godha.

◈ Faayidaa isaa

➊ Irra turuuf ni fayyada. Warra dafee dhangalaasuf furmaata tokko.

➋ Fedhiin ni dabala. Ganama ganama nafsaalli waan ofumaan ka'ee dhaabbatuuf akka raawwannuuf nu si'eessa.

➌ Humnaan raawwachuuf carraa gaaridha. Guyyaa hojii irra oolanii warri galan galgala dadhabanii waan jiraniif ganama itti ka'uun gaaridha.

➍ Ishii fedhii baasuf gargaara. Carraa irra turuu fi humnaan raawwachuun waan jiruuf ishiinis fedhii ba'uu dandeessi.

Hubachiisa : Gara barii fincaan yoo nu qabee jiraate erga fincoofnee booda raawwachuun gaaridha.

✍️karaa Qoraasuma Jaalalaa’ttin nu hordoofaa.🙏

Onneerraa si jaalladheeSi keenyaan bakka qaaliiNarraa fagaachuuf jetteeAkka hin goone yaaliiWaamicha kee dhaga'eeKaaniif...
14/06/2025

Onneerraa si jaalladhee
Si keenyaan bakka qaalii
Narraa fagaachuuf jettee
Akka hin goone yaalii

Waamicha kee dhaga'ee
Kaaniif cufannaan gurraa
Narkaa baduuf hin yaalin
Jaalalaan wojjin turraa

Si qofaaf eddoo laadhee
Siif bannaan karra kamuu
Sirraan fagaadha jettee
Akka hin yaanne lamuu

Onneerraa si jaalladhee
Si keenyaan iddoo gaarii
Ol seentee taa'uu dhiiftee
Akkan dhaabanne daarii

Furtuu onnee kan kootii
Aniyyuu siif laadheeraa
Waadaa jaalala keetii
Onneerratti baadheeraa

Jaalala Dhugaa

Address

Adama
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share