Grace "§W"

Grace "§W" I'm blogging to God

25/04/2025

☝️Karaan fayyinaa tokkichi sun Yesus Kiristosiin qofa!/ብቸኛው የመዳኛ መንገድ ኢየሱስ ክርስቶስ ነው።/ Jesus Christ is the only way of sa...
24/07/2024

☝️Karaan fayyinaa tokkichi sun Yesus Kiristosiin qofa!/ብቸኛው የመዳኛ መንገድ ኢየሱስ ክርስቶስ ነው።/ Jesus Christ is the only way of salvation.
📖Yohannis 14:6 Yesus deebisee, “Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu. ” /ዮሐንስ 14:6 ኢየሱስ እንዲህ አለው፤ «እኔ መንገድ፣ እውነትና ሕይወት ነኝ፤ በእኔ ካልሆነ በቀር ማንም ሰው ወደ አብ ሊመጣ አይችልም።»/John 14:6 Jesus said to him, “I am the way, the truth, and the life. No one comes to the Father, except through me. ” /
📖 Hoe 4:12/ የሐዋርያት ሥራ 4:12/ Acts 4:12/ “Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne” jedhe. / በሌላ በማንም ድነት የለም፤ ልንድንበት የሚገባ በሰዎች መካከል የተሰጠ ሌላ ስም ከሰማይ በታች የለምና።/ “There is salvation in no one else, for there is no other name under heaven that is given among men, by which we must be saved!”/

Injinar Taakkalaa Uumaa Hojii Gaggeessaa Olaanaa Daandii Baaburaa Etihoo-Jibuutii ta’uun Muudamaniiru.Bara hojii gaarii ...
16/07/2024

Injinar Taakkalaa Uumaa Hojii Gaggeessaa Olaanaa Daandii Baaburaa Etihoo-Jibuutii ta’uun Muudamaniiru.Bara hojii gaarii siif haa ta'u Taakkee.ኢንጂነር ታከለ ኡማ በንቲ የኢትዮ ጂቡቲ ባቡር አ.ማ ዋና ስራ አስፈፃሚ ሆነው ተሾሙ።መልካም የስራ ዘመን ይሁንልህ ታኬ

Gaaffii
16/07/2024

Gaaffii

 . ****************************************Dhaaba siyaasaaf sirbuun garii mitti Abbaa kee hadhaa kee rakkina keessa jiru...
17/11/2023

.
****************************************
Dhaaba siyaasaaf sirbuun garii mitti Abbaa kee hadhaa kee rakkina keessa jiruuf falmi ilma dhugaa yoo Taate.
Araarri akka milkaa'u yoo barbaaddan lamaan isaanii hin deeggarinaa Miidhaa qonnaan bulaa keenyarra gahe yaadadhaa.

Nagaan Hunda Dursa nagaan Oromiyaaf Jaalali Ilmaan Abbaa tokkoof.

11/11/2023

Ya biyya lafaa

Gootaaf hin boo’amu  hin boo’inaaGootichi Qabsaa’ee dhugaa irratti cichee wareegame!Jaal Boruun dhiira qabsaa’aa Goota O...
19/10/2023

Gootaaf hin boo’amu hin boo’inaa
Gootichi Qabsaa’ee dhugaa irratti cichee wareegame!

Jaal Boruun dhiira qabsaa’aa Goota Oromoo fakkeenya jaal moo’iiti
Kutattuu koo deemte atiso?

09/10/2023
-W
07/10/2023

-W

Guyyaa Oromoo baga geenye
07/10/2023

Guyyaa Oromoo baga geenye

Address

Ambo
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Grace "§W" posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category