Sammuu jijjiiruu ni dandeessa

Sammuu jijjiiruu ni dandeessa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sammuu jijjiiruu ni dandeessa, Photographer, Oromiyaa, Oromiyaa.

24/04/2024

✍ Dandeettii Afur qarshii guddaa siif argamsiisan
1.👉 Dandeettii Amansiisuu
💪Daldalaa fi industirii hedduu keessatti namni akka malee barbaadamu 👉Nama nama amansiisuu danda'uudha
👉Amansiisuu jechuun yaada kee nama biroo irratti fe'uu osoo hin taane👉Sammuu nama itti dubbattuu san keessatti wanta barbaadduu fi isa fayyadu facaasuu yookiin biqilchuudha
💪 Kabajamoo Business keessatti maamilli kee gatii ati jetteen akka bitu yoo barbaadde customer kee akkamitti akka qabattu beekuun dirqama
💪Maamila qabachuuf immoo ijoon 👉Product si bira jiru akka isa fayyadu beeksisuu fi amansiisuun gahee kee isa duraati
💪 Kanaaf position barbaadde irra yoo jiraatte dandeettii amansiisuu keetii fooyyessuu qabda
2.👉 Dandeettii Hogganuu
💪Jireenya keessatti galii ati argattu kan murteessu 👉Itti gaafatamummaa ati ba'atteedha
💪 Company fi hojii mataa keetiitiin Milkaa'uuf dandeettii hogganuu keetii cimsuu qabda
💪Hogganuu jechuun bakka(Position) irra jiran jechuu qofaa miti 💪Namoota si jala jiran guddisuu fi jajjabeessuu jechuudha
💪 Namoota sitti dhufan fedhii isaanii guuttee 💪 Yeroo biroo akka isaan deebi'an godhuu danda'uudha
💪 Kabajamoo dandeettii hogganuu kee yoo fooyyesite galii fi sadarkaan jireenyaa keetis fooyya'aa dhufti
Kanaaf dandeettii hogganuu kee jabeessi
3.👉 Dandeettii Rakkina Furuu
💪 Addunyaa keenya kana irratti namoonni 👉Rakkina Maallaqaa hin qabne 💪Warra rakkina namoota baay'ee fureedha
💪Kaayyoo fi hojii tee keessatti dursi rakkina namootaa furuu fi Jireenya namootaa fooyyessuu yoo ta'e 💪Ati imala guddinaa eegaltee jirta
💪 Kabajamoo rakkina namootaa furuu jechuun 💪💪💪 Dandeettii fi kalaqa qabdu fayyadamtee jireenya manaa fi maatii keetii akkasumas hawaasa keetii fooyyessuu jechuudha
💪Manni ati keessaa baate rakkina Maallaqaa qaba yoo ta'e mul'ata keetiin qarshii argattee furuu qabda
💪San bira kutaa ollaa hanga biyyaa deemuu qabda
💪Hin dagatin namoonni rakkina namootaa furuu irratti xiyyeeffatan 💪Rakkinni isaanii yeroo hunda fur

14/11/2023
03/11/2023

😭Seenaa Gaddisiisaa 😭😢
●●●●●●●●●

Abbaa manaa fi Haadhaa manaa sirriitti wal jaallatan tokko Guyyaa wahii haati manaa yaada tokko dhiyeessite.

Yaadichis akkana ture :- "Guyyaa tokkoof osoo waliin hin dubbatin haa oollu mee, Ani mana Oolaa Ati bakka hojii kee deemi. Text naaf hin godhin, naafillee hin bilbilin, yoo ati kana goote sana booda Umriikoo guutuun si jaaladha"🫶🏻 jetteen.

Innis tole jedhee gara hojii isaa deeme. Guyyaa guutuu osoo hin bilbiliniif oole 😔

Garuu waan nama gaddisiisu 😢
Isiin dhukkuba qabamtee turteetti. Mana yaalaa deemtee gaafa laalamtu Doktorri waan nama gaddisiisu itti hime. :- Sa'atii 24 booda Addunyaa kanarraa ni deemta, yeroon kee dhumateera kan jedhu ture😭

Jaarsi isii Akkuma walii gale Guyyaa guutuu ala turee yeroo mana galee Ooluu isaa itti himuuf jedhu, waan inni hin yaadintu ta'ee jira. Haala nama gaddisiisuun haati manaa isaa Duuteetti. 😭

Yeroo dhumaatiif Waraqaa irratti akkana jettee barreesitee uf bira keesse : " Jaallatamaa koo Akkam naaf oolte! Nagaa naaf ta'i! Hanga dhumaatti sin jaalladha, Obsa naaf Qabaadhu" kan jedhu ture.

😭😭😭😭😭

Yoo sitti tole Shere Godhi

Address

Oromiyaa
Oromiyaa

Telephone

+251917979702

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sammuu jijjiiruu ni dandeessa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category