Lencho Habtamu

Lencho Habtamu Tokkoo sabaaf falmaata
Danda'ee qorraaf aduu
Gariin garaaf jiraata
Nyaata bor Samee baduuf
πŸ™†β€β™‚οΈ πŸ™‡

Namni kun sababa walaloo Afaan Oromoon barreessuuf qofa boolla itti awwaalamu akka qotatu taasifameera. Wareegamni isaal...
28/03/2026

Namni kun sababa walaloo Afaan Oromoon barreessuuf qofa boolla itti awwaalamu akka qotatu taasifameera. Wareegamni isaallee kan kabajaa hin arganne ture. Maqaa shiftummaa itti maxxansuun hidhaanii erga reebichaan baayyee dararanii booda achii ba'uun osoo hin turiin sababuma reebichaa sanaan boqote!😒

Kan nama gubu awwaalcha isaallee namni sodaatee, namni afur qofti dhoksaan awwaalan. Kun hunduu dhaloota har'aa nuun bocuuf aarsa inni kaffaledha!πŸ”₯
Nama hangaa dhalootichaaf hojjete hin faarfamne! πŸ’”πŸ’₯

flowe me
Lencho Habtamu

Loll-i Isra'eel,Iraan fi Amerikaa lo-la amantii moo lo-la ol antummaa siyaasaaf dinaagdeeti ?Barruu kana gowwaa keenya t...
02/03/2026

Loll-i Isra'eel,Iraan fi Amerikaa lo-la amantii moo lo-la ol antummaa siyaasaaf dinaagdeeti ?

Barruu kana gowwaa keenya tokko tokko tasgabbii haa argatuufin barreesse malee akkuma Misgaanuun jedhe nan galchu.

1-Kaayyoon lo-la kanaa maali ?
2-Israa'el maal barbaaddi ?
3-Amerikaan maal barbaaddi ?

1-Kaayyoon lo-la kanaa karaa salphaa lo-la amantii utuu hintaane dorgommii ol aantummaa fi dinaagdeeti.Biyyootni baha giddu galeessaa [ middle east western Asia ] zayita boba'aa tiin irra caalaan isaanii badhadhoodha.Biyyootni kun,
-Iraan
-Isra'el
-Saud Arabia
-Iraq
-Turkey [ part of Europe ]
-Jordan
-Syria
-Lebanon
-Kuwait
-Qatar
-Oman
-UAE
-Yemen
-Bahrain.

2-Isra'eel maal barbaaddi ?

Israa'el biyyoota armaan oliitti eeraman irratti ol aantummaa barbaaddi.Ol aantummaa argachuu keessammoo faayidaa hedduutu jira.Daangaa ishee baballisuu hanga nagaa waaraa argachuutti.

3-Amerikaan maal barbaaddi ?

Amerikaan bakka zayiti boba'aa jirutti duu-ti.Israa'eeliin kan isheen gargaartee biyyoota garaagaraa lolt-uufis jaalala amantii Israa'ilootaaf qabduuf utuu hintaane biyyoota baha giddu galeessaa harka Isra'eeliin dadhabsiistee boba'aa isaanii dhuunfachuufi.Gaafa dhimma Iraan kana xumuran immoo gara Turkiyyeetti fuula naanneffachuu danda'u.Amerikaan kun Guraageedha ibboo !

Lo-lichi kan amantii miti jechuumaafi!
✍️

Ispoortii jabana kana.! hihim .Lencho
19/02/2026

Ispoortii jabana kana.! hihim
.

Lencho

Bara xiqqaa guddaan gandatti galee balbala warraa dura dhaabbatee sirbu, Bara gandummaa institution gootanii nama ganda ...
16/12/2025

Bara xiqqaa guddaan gandatti galee balbala warraa dura dhaabbatee sirbu, Bara gandummaa institution gootanii nama ganda keessanii malee ijaan argaa jibbaa jirtan, Bara hirmaannaan siyaasaa, hawaasummaafi diinagdee ganda bu'ura godhate kanatti hayyuu jabaa akka Dr Gammachuu Magarsaa kana qabaachuutti gammaduu qabna.

Dr. Gammeen Dambidoollootti dhalatani. Utuu akka sin gochaa jirtan kana gochuu yaadanii "Handhuurri Oromiyaa Dambidoolloodha" jedhu turani. Silaa yoona akkamitti itti duultu laata? Hayyuu keessa hayyuun jira. Nama keessa namni jira. Isaan garuu "Handhuurri Oromiyaa Arsiidha" jedhan. Isumayyu waan handhuura Oromiyaa ganda keessan jechuu didaniif itti duulaa jirtu. Hoomaa hin fiddan garuu iyyitaniima dadhabdanii dhiiftu!

Nuuf lafti hayyuun handhuura jedhe Oromiyaa keessa taanaan gahaadha. Dhaga'amaa jiraa?

Lencho Habtamu
Waloo Eyasu Tesfaye
Urgeessaa Tuujjoo
Caalaa Bultume

03/11/2025

Akka nama har'a du'uutti nyaadhu, Akka nama baraa baraan jiraatutti hojeedhu.!

20/10/2025

Lencho Oromoo

Seenaa Oromoo

HERE WE GO.!Lencho Habtamu
04/10/2025

HERE WE GO.!
Lencho Habtamu

26/09/2025

"Durba durbummaa hin qabnee fuuchurraa Mana qabalee kireeffaachuu wayyaa"
kanuma.
🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀣

17/09/2025

"Sabboonaan Waa'ee Dhaloota Dhufaa Jiruu Yaada, Namni Siyaasaa Immoo garuu Waa'ee Filannoo Dhufuu Yaada. "
πŸ€Έβ€β™€οΈπŸ€Έβ€β™‚οΈπŸ«± πŸ«²πŸ€Έβ€β™‚οΈπŸ€Έ

Address

Nek'Emte, Welega
Nekemte
ART

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lencho Habtamu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Lencho Habtamu:

Share

Category