Kan koo waaqyyootuu Hojjeta Yeroo Hunduma

Kan koo waaqyyootuu Hojjeta Yeroo Hunduma Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kan koo waaqyyootuu Hojjeta Yeroo Hunduma, Photographer, Adama, Nazareth.

19/02/2026

5723 likes, 187 comments. “ 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 🇪🇷🇪🇷habesha ”

26/11/2024
14/10/2024

Mee kottaa akkas goonaa...
Nama Faarfannaa Afaan Oromoo keessatti Seenaa guddaa qabuu fi Ulfina waaqayyoof of eeggatee jiraatu, kan dhugaaf jedhee Faayidaa hedduu argachuu malu dhiisee wangeelaaf Jiraachuun jireenyasaa geggeeffataa jiru ...Faarfataa haa iyyaafannu...
Faarfannaa isaan baayyeen keenya eebbifamneerra.
Ammas Albeemii hojjetaa jira kan jedhu Amantii akkasii qabna.
Nama kanaaf Waanumti Gaariin godhamee... Albeemiin isaas utuu dafee xumuramee Itti eebbifamnee Waaqayyo ni jaallata.
Of agarsiisuu Caalaa Nama agarsiisudha faarfataan kun...
Amantoonni keeenya Aadaa Wal Jajjabeessuu fi Wal tumsuu keenya daran yoo jabeessine gaariidha.
Faarfataa namooti jaallattanii Ayyaana isarra jiruun eebbifamtan ergaa keenya kana qooddadhaa...
Eebbifamaa...
Kan tajaajiltoota biroos itti fufa...
Miidiyaan keessan waantota dhugaaf dhugaa deggeran cimsee deggera.
Eebbifamaa🙏
World Christian Media

“Kunoo, ani barruu harka koo irratti si caaffadheera, kellaan kee inni dhagaadhaan ijaarame yeroo hundaa fuula koo dura ...
19/08/2023

“Kunoo, ani barruu harka koo irratti si caaffadheera, kellaan kee inni dhagaadhaan ijaarame yeroo hundaa fuula koo dura jira.”
— Isa. 49:16

02/08/2023

“Egaa ani godaannisa madaa isa Yesus qaba ture namummaa koo irraa waanan qabuuf, si'achi namni tokko iyyuu ana hin rakkisin!”
— Gal. 6:17

01/08/2023
31/07/2023

በትክክል
እግዚአብሔር የፈጠረው ብቻ ውብ ነው።

30/07/2023
12/07/2023

“Kana irratti Saamu'el qodaa gaanfaa dhadhaa ejersaa qabu sana fuudhee, Daawitin obboloota isaa gidduutti in dibe; gaafasii jalqabee hafuurri Waaqayyoo humnaan Daawitiif in dhufe; Saamu'el immoo Raamaatti in deebi'e.”
— 1Sam. 16:13

12/07/2023


Address

Adama
Nazareth

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kan koo waaqyyootuu Hojjeta Yeroo Hunduma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category