Sagalee Cunqurfamtootaa

Sagalee Cunqurfamtootaa Sagalee Cunqurfamtootaa taanee dhugaa isaaniif waardiyyaa taana. Nuhordofaa!

Baga milkoofte jaaloo harka tokkoon qawweesaa baataa,harka tokkoon dhalootaaf kitaaba barreessee gumaache. Baga itti mil...
15/12/2023

Baga milkoofte jaaloo harka tokkoon qawweesaa baataa,harka tokkoon dhalootaaf kitaaba barreessee gumaache. Baga itti milkoofte jaal Singitan Marroo.🙏

09/12/2023

🥰❤️💚❤️

02/12/2023
29/11/2023

Marroolee humna sabaaf biyyaa.❤️💚❤️

Injifannoo 💪
29/11/2023

Injifannoo 💪

Jabaan Rabbi irraa hiikame. Arguun amanuudha. Humni Oromoo hojiitti jira. Page keenya Share godhaa invite godhaa. Jajjabeen hawaaru.✊

28/11/2023


Galmaa xiqii gahuuf
Fulduraatti kaacha
Ololtuu mandaraaf
Deebii gahaa Lacha
Shiira danuu darbinee
Jirraa hundaa bachaa

24/11/2023


Today,s Best photo
❤❤❤❤❤❤











!🥰❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️

Marroolee invite godhaa hordofaa.🥰❤️💚❤️
21/11/2023

Marroolee invite godhaa hordofaa.🥰❤️💚❤️

21/11/2023

Maal nudhaaba siichi danda’ee? Marrooleen hawaaru. Maaloo hundi keessanuu Page kana hiriyoota keessan invite godhaa Oromookoo!
❤️💚❤️💪

MarrooleeHumnicha homtuu galma kaayyoo isaatirraa dhaabuu hin danda’u. .❤️💚❤️💪
16/11/2023

Marroolee

Humnicha homtuu galma kaayyoo isaatirraa dhaabuu hin danda’u. .❤️💚❤️💪

16/11/2023

Marroolee kalas.❤️💚❤️👂

Address

ABO-WBO
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Cunqurfamtootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share