22/09/2023
Murtee Xumuraa
--------------------------
Gaaffii Kaleessa Ustaaz Raayyaan Mata Duree Maalii irratti Utuu dhiyaatanii wayya jennee gaafanneen yaadonni Armaan gadii dhiyaateera.
Kan itti aanu yaadaota 1-9 dhiyaatan kan haa filannu. Lakkoofsa yaadni isin filattan irra jiru Commentii jalatti barreessaa. Nuti ammoo yaada irra caalaa isin filattan irratti kan gama keessaniin geenyu ta'a.
Mata Duree
1,Haala yeroo irratti
2,Islaamummaa fi Dinagdee akkasumas barnoota.
3,Seenaa jireenya Ustaaz Raayyaa
4, Fuudhaafi Heeruma
5,Dhimma godaansaa.
6, Itti fayyadama miidiyaa
7,Fakkeenyi kee eenyu kan jedhu.
8,Seenaa Muslimootaa Itiyoophiyaa.
9,Seenaa Nabi Muhammad(SAW).
Kunneen Cuunfaa yaada keessaniiti.
Amma lakkoofsota kana filachuun waliin haa muryeessinu.
Tv Hamiltan Hamilee Ummataa.
--------------------------------------------------
https://t.me/Tv_Hamiltan_2021
https://t.me/Tv_Hamiltan_2021
https://t.me/Tv_Hamiltan_2021
https://t.me/Tv_Hamiltan_2021