Dîñķû Tsegaye

Dîñķû Tsegaye Yoon ilaalu karaa dheeratu na hafa
Kanaaf Adeemsa egaleera🌎🌏🌍

06/06/2025

Hin qoosini, hin qoosini
Wangeelli qoosaa miti
Wangeela miti kan itti qoosani
Hin ga'isini!!

26/05/2025

Elamee yaa namaa maaliif..

Isa hateen hatte
Isa sobeen sobde
Isa ajjeessun ajjessa
Isa gaariin gaarii
Isa hamaan hamaa
Isa jall'an jall'aa
Qajeelan ammoo qajeela

Hin jennu irra dibaan kun hanga yoomitti😞😞

Ani baayyee kan na dhibu osoo ati nin Danda'aa jettu maaliif hin dandeessu siin jedhuu😁😁
29/04/2025

Ani baayyee kan na dhibu osoo ati nin Danda'aa jettu maaliif hin dandeessu siin jedhuu😁😁

Yesuus Waaqa ta'uu isaati fi ilma waaqayyoo akka ta'ee Cimsee himuu isaa~"Warri Yihudootaa deebisanii, "Nuyi seera tokko...
19/04/2025

Yesuus Waaqa ta'uu isaati fi ilma waaqayyoo akka ta'ee Cimsee himuu isaa

~"Warri Yihudootaa deebisanii, "Nuyi seera tokko qabna; inni immoo ilma Waaqayyoo of godheera, kanaaf akka seera keenyaa sanatti du'uutu isa irra jira" jedhan.”
— Yoh. 19:7
“Yihudoonni immoo, "Ati Waaqayyoon waan arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of goota'o" jedhanii deebisaniif.”
— Yoh. 10:33
“Kana dhageenyaan Yihudoonni, Yesus seera Sanbataa kan cabse duwwaa utuu hin ta'in, Waaqayyo abbaadhuma koo ti jechuu isaatiin immoo ofii isaa Waaqayyotti qixxeesseera jedhanii isa ajjeesuudhaaf caalchisanii yaadan.”
— Yoh. 5:18

04/04/2025

Farfanna aja'iba kana itti eebbifama

25/02/2025

Guyyan Kaleessaa mana barnootaa gaarii ture

10/01/2025

Yesterday is already pasted

01/12/2023

Humna fixne ofiirra gadi hin teenyu
Waaqayyoon amanee kan salphate eenyuu?
Lolatti beekamaadha inni nuyi amanannu nu tasan bannu×2

Address

Harar
WALLAGA

Telephone

+251917112076

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dîñķû Tsegaye posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dîñķû Tsegaye:

Share