Daandii Milkaa'ina

Daandii Milkaa'ina ❤ l Need Allah in my life 💗💞❤ daandii

05/10/2025

Waa dhaba
Qalbii caba
Dabaa fi Dadhaba
RABBIIN Sirraa Haa fageessu.

Eid Mubarak
09/04/2024

Eid Mubarak

Muslimni akka qaama tokkooti, hoggaa humni tokko miidhamee hundi nidhukkubsata" Rasuul ﷺ
13/10/2023

Muslimni akka qaama tokkooti, hoggaa humni tokko miidhamee hundi nidhukkubsata"
Rasuul ﷺ

11/10/2023

Keessatti of Haa ilaalluu dhaggeeffadhu Seenaa Ajaa'iba Gurbaa mootii birra dalaguu

Qabxii gaarii galmeessuuf karoorfadheen qo'achaa ture, milkaa'eeras - Barattuu Hanan NajjiiQormaata kutaa 12ffaan qabxii...
10/10/2023

Qabxii gaarii galmeessuuf karoorfadheen qo'achaa ture, milkaa'eeras - Barattuu Hanan Najjii

Qormaata kutaa 12ffaan qabxii gaarii galmeessuuf akkuma karoorfattee qophaa'aa turte milkaa'uu isheetti gammaduu Barattuu Hanan Najjiin ibsite.

Barattuu Hanan Najjii Ahimad qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessuun kan yaadatamuudha.

Qormaata kutaa 12ffaan qabxiii gaarii galmeessuuf karooran qo'achaa turuu ishee ibsteerti.

Gosa barnootaa hundaaf walqixa xiyyeeffannoo laachuun qophii taasisaa turuu eerteerti.

Xiyyeeffannoon yoo hojjetan wanti hin milkoofne kan hin jirre ta'uu himteerti.

Qabxiin argatte bu'aa dhamaatii ishee ta'uu maatiin ishee turtii Faanaa Biroodkaasting Korporeet waliin taasiisaniin eeraniiru.

Hanan qabxii olaanaa galmeessuu isheetti daraan gammaduu ibsaniiru.

Barnoota isheef xiyyeeffannoo addaa kennuun waan qophaa'aa turteef bu'aa dhamaatii ishee argatte jedhan. FBCtu gabaase.

Addunyaa tanarraa biyti akkaan fi haalaan fagoo taate  . sababniis Waggaa meeqaantam duraas " Labbeeyk Yaa Aqsaa " yaa A...
10/10/2023

Addunyaa tanarraa biyti akkaan fi haalaan fagoo taate . sababniis Waggaa meeqaantam duraas " Labbeeyk Yaa Aqsaa " yaa Aqsaa dhufaa jirra numa jannaani hanga ammaa gahuu dadhabne malee, Silaa eega manaa baanellee bubbullee turree bar.

Address

Deefoo
Gelemso
1234

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daandii Milkaa'ina posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Daandii Milkaa'ina:

Share

Category