Chala ibrahim

Chala ibrahim Jaalachu qofa jibba hin feesisu

06/04/2026
06/04/2026

Ustaz keenya baga rabbin lubbu tee si baraare Amumatti rabbin si haa fayyisu Guyyan nagahaa heddudha 🥲Anaas Mahmaad Chal...
06/04/2026

Ustaz keenya baga rabbin lubbu tee si baraare
Amumatti rabbin si haa fayyisu
Guyyan nagahaa heddudha 🥲
Anaas Mahmaad
Chala Ibrahim

Jiruu tee keessatti yeroo garii Balballi (Hulaan) ilma namaa hundi sitti cufamuun ni mala! Garuu Hulaan Rabbii keetii ye...
25/12/2025

Jiruu tee keessatti yeroo garii Balballi (Hulaan) ilma namaa hundi sitti cufamuun ni mala! Garuu Hulaan Rabbii keetii yeroo hunda Banaadha!
Osoo Duniyaan Guutuun balbala isaa Dhodhoytee Rabbiin kee hin hifatuu beeki! Kanaafuu balbala Rabbii keenya Du'aaiin haa dhodhoynu!

Yaa Rabbi! Waan nutti jabaate hundaaf furmaata nuuf fidi! Niyyaa teenyas nuuf guutii nu gammachiisi!

Abu Suheyli
Chala Ibrahim

Abdurahman Hussen 700,000. Followers Galatoomaa
25/12/2025

Abdurahman Hussen
700,000. Followers Galatoomaa

25/12/2025

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

25/12/2025

Address

19
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala ibrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category