Daandii Milkaa'inaati

Daandii Milkaa'inaati Nama qalbii isaa keessatti Rabbitti yaada isaa bareeffachuuf bakka bal'aa qabu:Jiruun itti hin dhiphattuღ💜

20/08/2025

☂️☂️☂️Siinqii Imalaa ☂️☂️☂️

Ammaa imalaaf kaatee jirtaa borsaa imala keetii keessaa maal qabda? Uffata/Kafana/ Sodaa Rabbii Fi Uffata ittiin Rabbiin irraa saalfatuu qabattee jirtaa?

Yoo kana hin taane uffanni/kafanni/ ati qabattee uffata fedhii lubbuu keetii Ittiin guuttattuu fi kan Rabbii dachii fi samii uume irraa fagaattu qofa jechuudha.

( يُثَبِّتُ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ بِٱلْقَوْلِ ٱلثَّابِتِ فِى ٱلْحَيَوٰةِ ٱلدُّنْيَا وَفِى ٱلْأَخِرَةِ وَيُضِلُّ ٱللَّهُ ٱلظَّٰلِمِينَ وَيَفْعَلُ ٱللَّهُ مَا يَشَآءُ ) إبراهيم ٢٧

Hiikkaan Isaa:-
"RABBIIN namoota isatti amanan Addunyaa fi Aakiraattiillee jecha gadi dhaabbataa irra isaan dhaaba. Warra isa didan immoo karaa irraa isaan maqsa/jallisa/. Rabbiin waanuma fedhe dalaga" ( Ibraahim: 27 )

28/07/2025

Carra Qabessa Namaa
Jechun Nama Jannata
Kessatti Olla Nabii(ﷺ)
Taheedha❣️

13/12/2024
01/11/2024

Galgaala Jimmata Nabii Muhammad {{ﷺ}} Irratti Salaawata Buusaa
S A W ❤️

15/04/2024

Hoggaa Ati Rassula { ﷺ } Irratti Salawaata buuftu Si dhagaha ja'e Rabbiin 💝

31/03/2024

Goota Sa'aa 24 Irraanfatamuu
Hin Qabne Kan Addunyaa NABII MUHAMMAD《SAW》

Yaada Baankii Raammis Kan maddisiiseefi Baankicha kan bu'uresse ustaaz Jamaal Aliyyii Baga milkoofte.
04/06/2023

Yaada Baankii Raammis Kan maddisiiseefi Baankicha kan bu'uresse ustaaz Jamaal Aliyyii Baga milkoofte.

12/05/2023

UMMAA koo an sicaalaa
Namaan jaaladhu hin qabu
malee❤️

Address

Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daandii Milkaa'inaati posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share