Lensa OroΚ»

Lensa OroΚ» β™₯️I'm a Derams Have a good time ...

Guddinni dhugaa OBSA barbaada.πŸ™ Everything

Dorgummiin Wal'aansoo Boksii Hawwiin eegamaa ture, gaggeeffamaa jira.Dorgommii  jalqabaa Dubartoota Jiddutti gaggeeffama...
27/08/2026

Dorgummiin Wal'aansoo Boksii Hawwiin eegamaa ture, gaggeeffamaa jira.

Dorgommii jalqabaa Dubartoota Jiddutti gaggeeffamaa turte, injifannoo xumurameer!

Hirmaattonni Sagantichaa baay'een Dorgommii Dhiirotaa keessaafuu kan Sedo Martial fi
jiddutti gaggeeffamu daawwachuuf galma Aderaash je'amu guutanii jiran.

Morkiin kun Ji'ootaaf itti Qophaa'amaa ture.
Yeroonis amma, Eenyutu injifata?

Ani Sedo Martial ni injjifatan jedha isin hoo eenyutu moo'a jettu mee yaada keessa comment jala naaf ka'aa?

✍️ Asheetuu Sanbata Raggaasaa ti

Enjoy the videos and music that you love, upload original content and share it all with friends, family and the world on YouTube.

26/08/2026

Rammee Oro Mirxii Miyoo Harar Murti guuto page Hayuu Sh Fetukotu Fetudhissi Midhagaa Soora Jaalalaa Dhugaa

26/08/2026

Waliin Soora Jaalalaa Dhugaa – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!

26/08/2026
25/08/2026

Master Obsaa

22/08/2026

Address

π‘ˆπ‘ π‘šπ‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ π‘€π‘’π‘ π‘Žπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘–π‘› π‘…π‘œπ‘Žπ‘‘
Asebe Teferi
Cπ™π™žπ™§π™€π™€π™‚π™€π™‘π™–π™–

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lensa OroΚ» posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category