Garee jechoota Kaka’uumsa sammuu

Garee jechoota Kaka’uumsa sammuu Garuu hunda caalaa jaalala waan hojjettuu yookiin hojjechuuf barbaadaa jirtu qabaachuu dh

Milkaa'ina/Success

✉️ Milkaa'inni hojii cimaa, obsa, dadhabbii, carraaqqii, cichoomina, barachuu, qorachuu, qo'achuu fi wareegama mul’anni kee barbaadu kafaluudha.

07/03/2026

Waliin Arifee Mutaree Vo – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Shemsu Shifa Muhammed – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 6f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Taju Teha – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 7f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Ãbádīr Ìɓŕosh – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Waldaa Dargaggoota Oromiyaa – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 7f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin SBO Press – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 7f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Seid Ali Abubaker – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Michuu Miidiyaa – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 9f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

07/03/2026

Waliin Taajiir Ahamanur – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 8f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

22/02/2026

JECHOOTA HAYYOOTAA

MAAHATAMA GAANDII

"Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yaadota kees qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii ta’uuf jira."

"Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko siif ta'u kan argamuudha."
"Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu. Kan jibbamuu qabu cubbuudha malee cubbamaa miti waan ta'eef."

"Eenyummaa koo guutummaatti ibsachuuf iyyuu bilisummaa na barbaachisa. Kanaaf garbummaa keessatti du'uu koo irra amman du'uttan gara bilisummaatti adeema!"

"Namni dadhabaan dhiifama gochuu hin danda’u. Kan dhiifama gochuu danda'u nama beekaa, Ogeessa, hubataa fi jabaadha. Kanaaf nama dadhabaa fi gowwaa irraa dhiifama gochuu hin eegin!"
"Qooda ijaa ijji haa ba’u kan jedhu, guutummaa addunyaa jaamaa godha."

"Dhuma irratti kan siif lakkaa’amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jiraniidha malee!"

"Abjuun koo, Amerikaan abdii addunyaa kanaa yeroo taatu arguudha. Akka isheen taatus nan amana waan ta'eef abjuu dhugaa abju'achaa jiraachuu koo hin shakku!"

"Miilli kee bakka sirrii dhaabbachuu isaa mirkaneeffadhu! Isa booda qajeelii dhaabadhu; deemsaaf immoo fuula kee dura ilaalii arreedi!"

"Muka tokko akkan muruuf sa’aatii ja’a yoo naaf kennitan, ja'an keessaa sa’aatii afran qottoo koo qarachuudhaanan dabarsa."

"Kan guddaa na yaaddessu Waaqayyo nu cinaa dhaabachuu isaa miti; nuti toora Waaqayyo irra dhaabachuu keenya barbaadu irra dhaabachaa jiraachuu keenyadha, Sababni isaa Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha waan ta’eef."

"Tooftaa cimaan diina ofii ittiin balleessan, fira ofii godhachuudhaani."

"Yeroo murtaa’eef namoota hundumaa yookiin namoota muraasa gowwoomsuu dandeessa ta’a, garuu yeroo hundumaa gowwoomsuu hin dandeessu."

"Abbaan abbaa kootii eenyuun iyyuu yoo ta’e dhimma koo miti. Kan na yaachisu ilmi ilma isaa eenyu ta’uuf akka jirudha."

➦ Υєʀσσ 𝗚ααʀιι

𝘀ʜᴀʀᴇ◈𝘀ʜᴀʀᴇ◈𝘀ʜᴀʀᴇ​laayyomiti

20/02/2026

1 Dua After Breaking the Fast

ذَهَبَ الظَّمَأُ وَابْتَلَّتِ الْعُرُوقُ وَثَبَتَ الأَجْرُ إِنْ شَاءَ اللَّهُ

Thirst has gone, the veins are moistened, and the reward is assured, if Allah wills.

2 Dua When Breaking Fast with Others

أَفْطَرَ عِنْدَكُمُ الصَّائِمُونَ، وَأَكَلَ طَعَامَكُمُ الأَبْرَارُ، وَصَلَّتْ عَلَيْكُمُ الْمَلَائِكَةُ

May the fasting people break their fast with you, may the righteous eat your food, and may the angels pray for you.

Dua of Laylatul Qadr

اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ الْعَفْوَ فَاعْفُ عَنِّي

O Allah, You are Forgiving and You love forgiveness, so forgive me.

Via laayyo miti.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee jechoota Kaka’uumsa sammuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category