Muaz Abdii

Muaz Abdii 50k πŸƒβ€β™‚οΈ

04/10/2026
HUNDA DEEBISUUN DIRQAMA MITI******************************Nagaya mataa keetii barbaadde taanaan , gaaffii namoonni tokko...
03/10/2026

HUNDA DEEBISUUN DIRQAMA MITI
******************************
Nagaya mataa keetii barbaadde taanaan , gaaffii namoonni tokko tokko duuba keetii siif dhiheessaa oolu ,sii kuffisuuf jadhanii, tasuma hin deebisin , gaaffii namoota hundaa deebisuun dirqama miti , lakkuma gaaffii isaaniif dantaa dhaba deemtuun jireenyi kee nagaya argachaa dhufa

22/09/2026

Qarshii Million 2 siif laatamee business ittiin hojjedhu yoo jedhamte maal hojjettaan? ETHIOPIA kessattii????

meqa kenyatu hubate jecha kana
19/09/2026

meqa kenyatu hubate jecha kana

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muaz Abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category