Sebona Buzayo

Sebona Buzayo Callisnee shakkamnee
Dubbannee yakkamne.

Guyyaa Eebbaa keessani yaadannoo gaarii argachuuf Sheger Pictures 🫰
20/08/2026

Guyyaa Eebbaa keessani yaadannoo gaarii argachuuf Sheger Pictures 🫰

Xalayaakoo✍️ Barreessaa: Milkeessaa Dabal 📅 Guyyaa: 24/12/2018⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa eegalee📍 Bak...
17/08/2026

Xalayaakoo
✍️ Barreessaa: Milkeessaa Dabal
📅 Guyyaa: 24/12/2018
⏰ Sa’aatii: Waaree booda, sa’aatii 6:00 irraa eegalee
📍 Bakka: Birbirsa Gooroo, Galma Adwaa 00
Hundi keessan affeeramtaniittu!
Eebba kitaabaa kana irratti wal haa arginu.😊✌️

Congratulations Taaddee koo
07/08/2026

Congratulations Taaddee koo

🎉 WOW! MURTII GUDDAA FI GARA-LAAFINA QUBEE ELECTRONICS! 🏆📱

Dorgommii kana keessatti jaalalli, deeggarsi fi hirmaannaan uummataa waan ajaa’ibaa ture. Amma immoo Qubee Electronics dorgomtoota lamaan isaanii iPhone 17 Pro Max badhaasuun murtii nama hunda gammachiisu dabarseera. 👏❤️
Kun injifannoo nama tokkoo qofa miti; injifannoo dorgommii qulqulluu, tokkummaa, jaalala fi gara-laafinaa ti.
Qubee Electronics, murtii akkanaa gootaniif galatoomaa! 🙏 Haala kanaan dorgommii xumuruun amanamummaa keessan caalaatti mul’isa.
Taaddee Fiixaa fi dorgomaan isaa lamaan isaanii baga gammaddan! 🎉📱
Uummanni keessanis deeggarsa, Like fi Share isa taasiseef galatoomaa. ❤️

Qubee Electronics 👏❤️

04/08/2026

mootii

15/07/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sebona Buzayo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share