Obsa hassen

Obsa hassen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsa hassen, Photographer, East hararge, Addis Ababa.

 "Halkan hirriba keessa abjuudhaan osoo haasoftuun dhaga'e" jedhee haadha manaa isaa ajj°ě°°ėse😭Jamaal Abdurrazaaq jedha...
19/12/2025


"Halkan hirriba keessa abjuudhaan osoo haasoftuun dhaga'e" jedhee haadha manaa isaa ajj°ě°°ėse😭

Jamaal Abdurrazaaq jedhama. Jiraaraa Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhugoo Araddaa Haqaan jiraataa jedhamuu yoo ta'u, Haadha manaa isaa Urjii Abduljabbaar jedhamtuu fi Ilmoo tokko waliin qaban "Halkan hirriba keessa abjuudhaan osoo maqaa namaa waamtee dubbattuun dhaga'e" jechuun inaaffaan guutamee, gaafa 5/12/2017 halkan keessaa sa'a 8:00tti haala suukkanneessaan G0řራ'ee lubbuu ishee baasuun waajjira poolisiitti harka kennata!

Dhimmi isaa qoratamaa turee Ragaa Abbaa Alangaa fi jecha yakkamaa kanaa irratti hundaa'uun, Manni murtii Olaanaa Godina Harargee Lixaa dhaaddacha gaafa 7/4/2018 oolee hidhaa cimaa waggaa 23n akka adabamu murteesseera!

Garamitti deemaa jirra?😪

Alex Taye ✍️

12/11/2025

Daba Biyya keenya irratti Wayyaaneen hojjetame!
*********
‎Biyyi Amerikaa fageenya Km 13,047 deemuun ykn Balalii Qilleensarraa Sa'atii 14 ol adeemuun Galaana Diimaa irratti Jibuutii irraa liiziidhaan fudhachuun Buufata galaana ijaarratanii qabu.
‎Warri Chaayina fageenya Km 7,758 deemanii Jibuutii qubatanii jiru.
‎Biyyi Ijibti Km 2,229 deemtee Assab tiksuuf Eertiraaf tumsaan godha jetti.

‎Itoophiyaan daangaa ishee irraa Assab Km 71 irratti Of cinaatti ilaaltee Irraa ittifamti. Dabni kana caale maaltu jira?

14/09/2025
14/09/2025
19/07/2025

Address

East Hararge
Addis Ababa
OBSA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa hassen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category