Yeroosan Baacaa

Yeroosan Baacaa Ofta'uun Heera Uumati!

Baga Milkoofte   kurseSa'aa Nama horaa, Akkoo fi Akaakoo argaa🥰!
02/05/2026

Baga Milkoofte kurse
Sa'aa Nama horaa, Akkoo fi Akaakoo argaa🥰!

Dhiirri gaheefi Durbi geeche ijaarramuun Heera Gadaa Oromooti!Baga ijaarramte Durbee Meaza Tefari Sa'aa namaan Horaa, Ak...
01/05/2026

Dhiirri gaheefi Durbi geeche ijaarramuun Heera Gadaa Oromooti!
Baga ijaarramte Durbee Meaza Tefari Sa'aa namaan Horaa, Akkoofi Akaakoo argaa! Congratulations🥰🥰!

Dhaloonni Ofta'e, Beekumsaafi Ogummaa qabuun Galma dhalootaa kan dhaloonni kesssatti ijaarramu ijaara! Baga warra sagant...
07/04/2026

Dhaloonni Ofta'e, Beekumsaafi Ogummaa qabuun Galma dhalootaa kan dhaloonni kesssatti ijaarramu ijaara! Baga warra sagantaa qabu taane!
Dhaloonni keenya gama hundaan ijaarsa Galma Mojootif gumata barbaachisu gootan fayyaa dahaa🥰🥰! Viidiyoo gabaabduu ijaarsa Galma Mojoo nama hawwatu kana yaa daawwannu! Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa ijaarmiyaa guddicha Oromoon irraa qanani'u akka ta'e qabatamaan argaa jirra. Namuu dhaloota isaa gara galma fiduun barnoota amantii abboota isaa irraa yaabaratu!

Ijaarsi Galma Mojoo Xummuramuun Tajaajila Amantii Waaqeffannaa Kennuu Eegaleera! 'uu 'uu -Milkoofne!Copyright ©2026 Dhaa...

07/04/2026

Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti Giddugala Bahaa, Galmi Mojoo iddoo argaterratti ijaarsi Galmaa eegalamee ture akkaataa saxaxaafi qulqullina ijaarsaa eeggateen xumuramee jira. Bal’ina isaa gabaasa armaan gadii irraa dubbisaa.

Address

Gullallee
Addis Ababa
004

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yeroosan Baacaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yeroosan Baacaa:

Share

Category