Araddaa

Araddaa Jaalalaa dhugaa
(6)

11/05/2026

💘🤣💋💋💋💋

Akka hin dagannee, maafiyaan maafiyaa caalu ijoollee Musammaa kana!👇​Jarri kun namummaa hin qaban, akka barbaadanitti as...
10/05/2026

Akka hin dagannee, maafiyaan maafiyaa caalu ijoollee Musammaa kana!👇

​Jarri kun namummaa hin qaban, akka barbaadanitti asii fi achi ummata oofanii gurra irraa muru. 3n isaaniyyuu tokkuma. Karaa ittiin waan saamtu barbaaddi dhugaa rabbii🖕Sababa Mubaarakiin nama meeqatu boo'aa ture? ammayyuu Kan boo'a Jiru ni Jira🥲 Warri isaayyuu ragaa ba'aa jirti wanti inni ishee irratti rawwate irratti fuudhu qofa Akka hin tàane beekamadha! mee walumaagalatti wanti jarri kun barbaadan qarshiidha malee wanti biraa tokko hin jiru. Kallattidhuman wanti warra 2ffaa barbaacha fides birriidha ji'a kana keessa ajandaa meeqa bocatee viral tiktok shaqqalata ture Mubarak baqqaa dhiisaa waa'ee jara kana hin dubbannu adaraa!
​Jarri kun dhimma saafuu,waadaa, naamusa fi namummaan maal Akka ta'e hin beekanu jarri siyaasa mataa ofiitiin karoora baafattee akka barbaaddetti ummata asii fi achi ofte, jireenya ofii gaggeeffachaa jirti. kanaaf ajandaan isaanii waa xoolobuudha har'a waa argatanii ittin jiraachudha kanuma 🙏

​Ani edaa isuma dhuguma nama jedhamu sanaafan gadde, isaatu isaanii waliin biizii ta'a ture malee jarri keenyas ni beekti. Hojii ijoollee Musammaa kanaa, namni hanga jara kanaa ajandaa uumee ittiin waa shaqqalu hin jiru. Jarri kun keessi isaanii bofa, nuti hin beeknu malee!

​Akka barbaadde yoo taatellee jara kana amanuun hin ta'u!
Nutti hin afuufinaa please waa'ee maafiyoota kanaa...

​Galgala gaarii qabaadha! ✍️

Nama Gatii Jaalalaa ❤Beekuf Jaalalaatii Warqiidhaa💯🥀
06/05/2026

Nama Gatii Jaalalaa ❤
Beekuf Jaalalaatii
Warqiidhaa💯🥀

Dandeessu na gargaari Gaaf-tokkon si galataa Dadhabdu  na dhiisi waan Na baasu na   falataa!Malee gufuu hin tahiAnaaf ka...
06/05/2026

Dandeessu na gargaari
Gaaf-tokkon si galataa
Dadhabdu na dhiisi waan
Na baasu na falataa!

Malee gufuu hin tahi
Anaaf kaayyoo koo gidduu
Fira isa dhugaa malee
Fakkeessaaf qaba hedduu

  yoo barbaadde   kee kan nama biraatiin waliin walbira hin qabin👌🏻.Hanga jiruu wal jajjabeesinuu?
06/05/2026

yoo barbaadde
kee kan nama biraatiin waliin walbira hin qabin👌🏻.
Hanga jiruu wal jajjabeesinuu?

Dhirri bofa🐍😭
04/05/2026

Dhirri bofa🐍😭

👉Jiruu siduraa booroyte amumatti akka bishaan kanaa siif haxaliilchu ilaahin!!!🤲🤲🤲
04/05/2026

👉Jiruu siduraa booroyte amumatti akka bishaan kanaa siif haxaliilchu ilaahin!!!
🤲🤲🤲

✍️Guyyaan arraa kuni kheyrii teetin siif haxumuramu!!!🤲🤲🤲
04/05/2026

✍️Guyyaan arraa kuni kheyrii teetin siif haxumuramu!!!
🤲🤲🤲

Yeroo ammaa tana smart man osoo taane smart phone barbaanna
04/05/2026

Yeroo ammaa tana smart man osoo taane smart phone barbaanna

Sossobaan garaa hin  fayyiftuuAfuuffan madaa hin dhinsituu  Dubbatan dhugaa dubbatuu.....🌿❤️🤸Jaalala keetiin Kaayyoo ko ...
04/05/2026

Sossobaan garaa hin fayyiftuu
Afuuffan madaa hin dhinsituu
Dubbatan dhugaa dubbatuu.....🌿❤️

🤸Jaalala keetiin
Kaayyoo ko dagadhee
Osoon numa nyaadhu
Qaamanis huqqadhee
Hedduus yaadun dhiise
Sammuunis dhiphadhe

Essuma fidde garuu
Hammeenya akkanaa
Deebillee naaf dhabde
Gaafii tiyya tanaa

Sin jaaladha je'ee
Waywaachuu kiyyaatu
If qaaleysuun si gahee
Kanaaf ka boontu
Boona kana dhiiftee
Yaada koon hubattuu?

Je'ee si gaafannan
Deebisaa naaf dhabde
Jaallalti kadhaa mitii
Sirra oole aaddee

Address

Ciro
Adama

Telephone

+251940896829

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Araddaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share