Kemal Ziyad

Kemal Ziyad online learning https://t.me/FoxiGrowbot?start=ref_6124887222 muslim teacher at baabul Islam

Ilmi namaa waanta hedduu isa gammachiisuu keessaa gurguddaan Maalii?1.qabeenyaa guddaa argachuu.2. Haadha manaa gaarii a...
05/03/2026

Ilmi namaa waanta hedduu isa gammachiisuu keessaa gurguddaan Maalii?
1.qabeenyaa guddaa argachuu.

2. Haadha manaa gaarii argachuu
3. Ilmaan isa dhaalu ykn hortee isaa arguudha.
Rabbiin sw nama fedhe wanta kana hundaa waliin kennaaf Rabbiin nuuf kaa kennuu nama fedhee 1,2 kenneefii ilmoo dhoorka kan ilmoo namaaf kennuu Rabbii qofaa Rabbiin nama ilmoo dhabee hundaa furmaata haa kennuuf tan isa Gammachiistu isaa haa badhaasu furmaatni ilmoo dhabuu yoo sababa dhibeewwan garagaraan kan dhufu yoo tahee sababa dawaa ykn qoricha karaa gara garaan barbaaduun gaariidha mee Video kana hanga dhumaatti daawwadhaa

Ilmoo Dhabuu? Maseenummaa Hin Qabu? Furmaata Isaa Kunooti!" (No sense of belonging? No identity?

Address

Toronto Marsh Canada Limited 120 Bremner Boulevard , Suite 800 Toronto ON 416-868-
Toronto, ON
M5J0A8

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kemal Ziyad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kemal Ziyad:

Share