๐‘ฏ๐’‚๐’“๐’Ž๐’†๐’† ๐ญ๐จ๐จ sษชษชา“ ๐•ช๐• ๐• ๐•ž๐•š๐•ฃ๐•–๐•–

  • Home
  • United Arab Emirates
  • Dubai
  • ๐‘ฏ๐’‚๐’“๐’Ž๐’†๐’† ๐ญ๐จ๐จ sษชษชา“ ๐•ช๐• ๐• ๐•ž๐•š๐•ฃ๐•–๐•–

๐‘ฏ๐’‚๐’“๐’Ž๐’†๐’† ๐ญ๐จ๐จ sษชษชา“ ๐•ช๐• ๐• ๐•ž๐•š๐•ฃ๐•–๐•– ๐‡๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž ๐ญ๐จ๐จ ๐ฌ๐ข๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ซ๐ž๐ž ๐š๐›๐๐ข๐ข๐ง ๐ค๐จ๐จ

08/03/2026
08/03/2026

....!
Humni kee jabaa
Harki kee dheeraa
Eessayyuu dhaqqaba
Qabeenyi kee tuulaa
Rakkataa qaqqaba
Saba koo naaf tumsi
Yaa tumsaa dadhabaa
Situ humna qabaa

Abbaa halluu mirree
Mootin siin dorgomu
Kan qixa keen jirre

Faara kee nuuf tolii
Hamtuu nurra qoli
Lola nuun lolamu
Atummaan nuuf loli
Tapha nu taphannes
Ati galchi goolii
Saba keenyaf nagaa
Diina keenya fooli

Gadadoof rakkina
Achi nurraa siiksii
Saba gaarii kana
Atumti naaf tiiksi!

๐’‹๐’Š๐’“๐’–๐’– ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚ ๐’…๐’–.๐’‚๐’‚
04/03/2026

๐’‹๐’Š๐’“๐’–๐’– ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚ ๐’…๐’–.๐’‚๐’‚

SIIF HAA TA'UU NAGAANISiif haa ta'u nagaani miidhagaa foolii urgaaHimaa missiraachoo Gebri'eel Ergamaa nagaa/Ulfina qabe...
28/12/2025

SIIF HAA TA'UU NAGAANI

Siif haa ta'u nagaani miidhagaa foolii urgaa
Himaa missiraachoo Gebri'eel Ergamaa nagaa
/Ulfina qabeessa kottu nagaan gara koo
Ifaa fannoo warqee miidhagaa yaa gugeekoo/*2

Diinni qofummaa koon namarsuuf si'oomee
Sagalee koochookee dhageenyaan nii rom'ee
Samiirra dhufuunii na jajjabeessitee
Ifaa aalbee keetiin mormaa koo kan hinter

Magaala ergamootaa Raamaarra qubatta
Fuula waaqaa duraa galataaf dhaabbatta
Hamootiin hin baataniim ifa fuulaakeetii
Lallabaa misraachoof ulfina waaqaatii

Urgaan foolii keetii abdiidhaan na guutaa
Dambali'e yaanni koo gannata daawwataa
Mallattoo dhugaadhaa kochoo keerraa qabdaa
Eegumsaaf kennaakoo ulfinni kee addaa
Si'iif ajajamaa abiddi boba'aanii
Gebri'eel dhaameeraa albeen kee tuqnaani
Kanaafan si waamaa har'as dafii kottuu
Leeyya'ee seexanni abdiisa haakutatu

https://t.me/milkiijirenya

โ™ก ใ…ค โŽ™ใ…ค โŒฒ โœ‰๏ธ
หกแถฆแตแต‰ หขแตƒแต›แต‰ หขสฐแตƒสณแต‰ แถœแต’แตแตแต‰

Address

Finfinnee
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐‘ฏ๐’‚๐’“๐’Ž๐’†๐’† ๐ญ๐จ๐จ sษชษชา“ ๐•ช๐• ๐• ๐•ž๐•š๐•ฃ๐•–๐•– posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category